Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Xiyyaarri Meeshaa Tajaajila Fayyaa fe’ate tokko Somaaliyaa magaalaa Bardale keessatti kufuu gabaafame
Dhaabbanni Tajaajila Odeeyfannoo Somaaliyaa akka gabaasetti, Xiyyaarri dhaabbata African Express Airways tahe kun jalaqaba magaalaa Maqdishoo irraa gara Baaydawaa eega…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 140 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1,758 geggeesseen, nama shan irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3 fi kuma dhibba shaniifi kuma diigdamii tokko dabre
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3 fi kuma dhibba shaniifi kuma diigdamii tokko dabre. Lakkoofsi…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Gamtaa Israa’el haaraya hundeeffame danqaa keessa galuu gabaafame
Filannoo Paarlaamaa Israa’el kanaan dura waggaa tokko keessatti yeroo sadi geggeeffameen, paartiin mootummaa kophatti hundeessuuf sagalee gahaa tahe argate dhabamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaatti qorichi Iiboolaa yaala COVID-19’f akka oolu hayyamamuu gabaafame
Abbaan Taayitaa To’annoo Nyaataa fi Qorichaa Ameerikaa (FDA)’n dawaan dhukkuba Iiboolaa ‘Remdesivir’ jedhamu, namoota dhibeen vaayirasii koroonaa itti hammaate yaaluuf…
Guutuu Dubbisi » -

Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii 40,000 dabre
Wiirtuun To’annoo Dhibee Afrikaa, Africa CDC jedhamu gabaasa har’a May 2, 2020 baaseen, biyyoonni miseensa Gamtaa Afrikaa namoonni Vaayirasichaan qabaman…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Sirna eebba Warshaa tokko irratti argamuu miidiyaan biyyattii gabaase
Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un torbaan hedduuf miidiyaa irraa dhabamuu isaa hordofuun, haalli fayyaa isaa dubbii ijoo miidiyaalee addunyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhibeen Vaayirasii Koronaa Ji’a sadi dura Chaayinaa keessatti ka’e yeroo ammaa biyyoota Addunya 212 keessatti tamsa’uun, ummata miiliyoona 3,375,920 hubuu gabaafame.
Dhibeen Vaayirasii Koronaa Ji’a sadi dura Chaayinaa keessatti ka’e yeroo ammaa biyyoota Addunya 212 keessatti tamsa’uun, ummata miiliyoona 3,375,920 hubuu…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee vaayirasii koroonaa irraa bayyanatanii miiliyoona tokko ol (1,031,803) gahe.
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee vaayirasii koroonaa irraa bayyanatanii miiliyoona tokko ol (1,031,803) gahe. Lakkoofsi namoota du’anii ammoo 231,577…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 131 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1408 geggeesseen, nama tokko irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi »










