Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Indiyaa keessatti dararaan Muslimoota irratti raawwatamu hammaataa dhufuu gabaafame
Weerara Vaayirasii Koroonaa Indiyaa keessatti babal’ataa jiruun wal qabatee, dararaan muslimoota biyyattii irratti raawwatamus kan hammaate tahuu gabaafame. Mootummaan biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikatti Gatiin Boba’aa haala kanaan dura muudatee hin beekneen kufuu gabaafame
Ameerikatti fedhiin bittaa boba’aa dhabamuun, gatiin boba’aa seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif zeroo gaditti bu’uun negative seene. Gatiin Negatiiva keessa seene…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaahee 105 gahe
Ministeerri Fayyaa ibsa har’a baaseen, Sa’aa 24 dabre keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 659’f godhameen, namoonni 9 vaayrasii koroonaatiin qabamuun isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa keessatti namoonni hidda dhaloota Ityoophiyaa qaban 100 ol sababa Vaayirasii koroonaatiin du’uu gabaafame
Ameerikatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Obbo Fitsum Araggaa VOA’f ibsa kenneen, lammiileen Ityoophiyaa fi lammiileen Ameerikaa hidda dhaloota Ityoophiyaa qaban 100 ol…
Guutuu Dubbisi » -

Chaayinaan jila ogeeyyota fayyaa gara Ityoopiyaa ergite
Jilli ogeeyyota fayyaa Chaayina miseensota 11 qabu har’a Finfinnee kan seene yoo tahu, Ministeerri Fayyaa Dr.Liiyaa Taaddasa buufata Xiyyaara Booleetti…
Guutuu Dubbisi » -

Weerara Koroonaa-vaayrasiin booda ilaalchi Muslimoota Hijaaba uffataniif Ameerikaa keessa ture caphuun gabaafame
Ameerikaa fi biyyoota lixaa keessatti fiixaaleeyyiin warra adii jibba Islaamaa leellisan Muslimoota adamsuu, addatti ammoo dubartoota Muslimaa irra miidhaa hamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasii koroonaatiin du’anii kuma 28 dabruu gabaafame
Ameerikaa keessatti Kiibxata kaleessaa qofa namoonni 2, 228 vaayrasii koroonaatiin akka du’aniifi, walumaagalatti biyyattii keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasii koroonaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Donald Tramp deeggarsa maallaqaa Ameerikaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) kennitu addaan kutuu beeksise
Prezdaant Traamp ibsa kenneen, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa weerara Vayirasii koroonaa ilaalchisee maqaa Chaayinaa eeguuf jecha yeroo dheeraaf odeeyfannoo sobaa kennaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Magaalaa Baddeeysaa, Harka Qalleeyyiif deeggarsa doolaara 50,000 walitti qaban
Weerara dhibee Koroonaa Vaayiras jalaa baraaramuuf uggura labsame hordofuun bakka hedduutti sochiin hawaasaa dhaabbachuun ni beekkama. Uggura kana keessa ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Jam’aan barattoota Muslimaa magaalaa Balee Gasgaar Abbootii warraa 63 tahaniif deeggarsa godhan
Godina Arsii magaalaa Balee Gasgaaritti Jam’aan barattoota Muslimaa, lammiilee naannoo Soomaalee irraa buqqifamanii aanicha qubsiifaman, abbootii warraa 63 iif deeggarsa…
Guutuu Dubbisi »










