Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa lakkoofsi namoota Vayirasiin Koroonaa irratti argamee 11 gahuu ibse
Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa baaseen, Ityoophiyaa keessatti Bitoteeysa 3/2012 namni jalqabaa Vayirasii Koroonaatiin qabame argamuu eega mirkanaahee booda, lakkoofsi…
Guutuu Dubbisi » -

Dhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname
1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jum’aatis ta’ee salaata Jama’aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif…
Guutuu Dubbisi » -

Maleezhiyaan Weerara Vayirasii Koroonaa biyyattii keessatti hammaate to’achuuf daangaa biyyoota ollaa waliin qabdu hunda cufte
Biyyi ollaa Chaayinaa hanga Jalqaba ji’a kanaatti weerara Vayirasii Koronaa biyyoota naannichaa cinqaa ture to’achuu isiitiin dinqisiifamaa turte. Haata’u malee…
Guutuu Dubbisi » -

Du’aa’iin akkamitti qeebalamti?
Du’aa’iin akkamitti qeebalamti? Rabbiin na kadhaa isiniifiin qeebala je’e jira. Garuu kadhaa nuti isa kadhannu akka qeebalamtu seeraa fii heera…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Kongiresii Federaalawa Oromoo Mootummaan uggura Interneetii akka kaasu gaafate
Paartiin Kongiresii Federaalawaa Oromoo ibsa baaseen ittisa weerara dhibee Koroonaatiif jecha, Lixa Oromiyaa keessatti Intarneetni adda citee ture akka deebi’uu…
Guutuu Dubbisi » -

Manneen Murtii Federaalaa hujii idilee isaanii torbee lamaaf akka dhaaban murtaa’e
Prezdaantiin Mana Murtii Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii akka beeksistetti, Manneen Murtii Federaalaa tamsa’ina Vayirasii Koroonaa ittisuuf jecha Bittooteeysa 10-24/2012tti himannaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa dabalatee namoonni 21 Vaayirasii Koronaa irraa bilisa tahuu ibsame
Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo dabalatee namoota lammii Jaappaan jalqaba Ityoophiyaa keessatti vaayrasiin Koroonaa irratti argame waliin wal arganii…
Guutuu Dubbisi » -

Xaaliyaaniitti sa’aa 24 keessatti, Namoonni 349 sababa Dhibee Koroonaa Vayirasiin lubbuu dhaban
Biyyoota addunyaa sababa dhibee kanaan lakkoofsi namoota du’anii guyyaa irraa guyyaatti itti dabalaa jiru jidduu tokko kan taate, Xaaliyaaniitti guyyaa…
Guutuu Dubbisi »









