Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Dhibeen Vayirasii Koroonaa biyyoota Baha Jiddu Galeessaa keessatti saffisaan babal’ataa jira
Dhibeen Vayirasii Koroonaa biyyoota Baha Jiddu Galeessaa keessatti haala yaaddessaa taheen kan babal’ataa jiru yoo tahu, biyyoonni kanaan dura namoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Maleezhiyaa Dr. Mahtir Muhammad angoo gadi lakkisuuf qophaayaa jiraatuu gabaafame
Muummichi ministeera Maleezhiyaa Dr. Mahtir Muhammad angoo gadi lakkisuuf Malika biyyattiitif xalayaa kan galche tahuu Routers gabaase. Dr. Mahtir waggaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Sigimootti leenjiin Ulamootaa fi Du’atoota Keenname
Godina Jimmaa aanaa Sigimoo magaalaa Sigimootti mataduree itti gaafatamummaa ulamoota jedhuun, ulamoota fi du’atoota masjidoota 23 irraa walitti dhufaniif Keenname…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Boombii Magaalaa Amboo keessatti raawwatameen namoonni heddu madaayuu ibsame
Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsa fi Nageenyaa magaalaa Amboo Obbo Hinsarmuu Dalasaa BBCtti akka himetti, ganama har’aa namoota hiriira deeggarsa muummicha…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni magaalaa Finfinnee, walgahiin Hoteela Hayikaanitti geggeeffame kan seeraa alaa tahuu beksise
Hoggantoonni Mana Marii Dhimmoota Islaamaa waliigalaa magaalaa Finfinnee jijjiirama argame hordofuun, haarayatti aangoo qabatan Gurraandhala 9,2012 caasaalee mootummaa sadarkaa Federaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Dhibeen Vaayirasii Koroonaa Chaayinaan ala biyyoota biroo keessatti saffisaan babal’ataa jiraatuu akeekkachiise
Dayirektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa(WHO) Dr. Teedroos Adhaanom Jum’aa kaleessaa ibsa kenneen, “Chaayinaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasichaan haarayatti qabaman hir’ataa kan…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa fi Xaalibaan raawwii walii galtee dhukaasa dhaabuu jalqabuu beeksisan
Ameerikaa fi Xaalibaan ibsa baasaniin akka jedhanitti, Gamtaan Waraana NATO Ameerikaan durfamu, gareen Xaalibaan fi humni waraana Afgaanistaan, raawwii dhukaasa…
Guutuu Dubbisi » -

Londonitti Mu’azzinni Masjidaa ableen dirameĀ
Biyya Biriteen magaalaa Landanitti shoorarkeessaan olaantumaa ummata adii leellisu Masjida naannawa Park Land tti argamu seenuun, Mu’azzina Masjidaa ableen diruun…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Oromiyaa hojiiwwan ji’oota dabran keessa hojjetaman irratti Miidiyaaleef ibsa kennuufi
Kora waggaa dabre sadarkaa biyyaaleessaatti koreen jijjiirama dhaabilee hawaasa Muslimaa MM Abiy Ahmadiin hundeeffame Hoteela Shaaratanitti geggeesse irratti, Manni Marii…
Guutuu Dubbisi »










