header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Sigimootti leenjiin Ulamootaa fi Du’atoota Keenname

Godina Jimmaa aanaa Sigimoo magaalaa Sigimootti mataduree itti gaafatamummaa ulamoota jedhuun, ulamoota fi du’atoota masjidoota 23 irraa walitti dhufaniif Keenname oole.

Leenjiin kun Dr Mohammed Salih’n kan keenname yoo tahu, walumaagalatti namoonni 400 kan irratti hirmaatan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button