Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Dhibeen Vaayirasii Koronaa jedhamuun daddarbu guutuu addunyaa keessatti saffisaan babal’ataa jiraatuu ibsame
Dhibeen Vaayrasii Koronaa jedhamuun nama irra namatti darbu, hanga ammaa lammiilee Chaayinaa 1300 ol kan qabate yoo tahu, ogeeyyota fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Falasxiin wixinee maqaa karoora nageenyaa jedhuun Ameerikaan qopheessite kan hin fudhanne tahuu beeksise
Prezdaant Traamp, wixineen “karoora nageenya baha jiddu galaa”bulchiinsi isaa qopheesse, torbee dhuftu keessa ni labsama jechuu isaa hordofuun, bulchiinsi Falasxiin…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Ministeerotaa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa labsiin akka hundeeffamu Murteesse
Manni Marii Ministeerotaa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa labsiin akka hundeeffamu Murteesse Guutuu Odeeyfannoo kana in shaa ALLAH turtii muraasa booda…
Guutuu Dubbisi » -

Dhimma Hidha Laga Abbaay ilaalchisee ogeeyyoonni seeraa fi teeknikaa biyyoota sadeenii Kaartuum keessatti mari’ataa jiran
Dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Suudaanii fi Masri marii torbee dabre Ameerikaa keessatti geggeessan irratti, guutinsa bishaanii, adeemsa too’annoo…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Haqa Addunyaa Muslimoota Rohingiyaa irratti duguuggaan sanyii raawwatamaa jiraachuu mirkaneesse
Manni Murtii Idil Addunyaa International Court of Justice (ICJ) jedhamu, duguuggaa sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame ilaalchisee, himannaa yakkaa Gaambiyaan…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yakka Indiyaan Kaashimiir keessatti raawwataa jirtu dhaabsisuuf hatattamaan tarkaanfii akka fudhatu gaafatte
Muummichi ministeera Paakistaan Imraan Khan Foramii Diinagdee Addunyaa Swizarlaand magaalaa Davos keessatti geggeeffamaa jiru cinatti ibsa Arba’aa kaleessaa miidiyaaleef kenneen,…
Guutuu Dubbisi » -

Professor Hasan Diyab muummicha ministeera Lubnaan tahuun muudame
Lammiileen Lubnaan qaalayiinsa jireenyaa fi malaamaltummaa biyyattii keessatti babal’ateen wal qabatee ji’oota afran dabran mormii geggeessaa jiraachuun ni beekama. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Finxaaleyyiin Ortoodoksii magaalaa Hararitti raawwataniin lubbuun nama muslimaa tokko dabre
Haleellaa Finxaaleyyiin amantaa Ortoodoksii hordofan guyyaa har’aa hawaasa muslimaa fi qabeenya hawaasa muslimaa irratti magaalaa Hararitti raawwataniin, guyyaa keessaa sa’aa…
Guutuu Dubbisi »










