Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan hogganaa ol’aanaa waraana Iiraan Jeneraal Qaasim Suleeymaani ajjeeftee
Ameerikaan haleellaa drooniin ganama har’aa buufata xiyyaaara Bagdaad keessatti raawwatteen, hogganaa ol’aanaa waraana Iiraan (IRG) Jeneraal Qaasim Suleeymani fi waahila…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaatti raawwatame qaamoleen mootummaa harka keessaa qabaatuun ibsame
Torbaan lama dura Masjida naannoo Amaaraatti gubateefi qabeenya hawaasa Muslimaa saamame qoratuuf Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa(Majlisni) akka qorataniif garasitti…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Turkiyaa Wixinee seeraa loltoota gara Liibiyaa erguuf dhiyaate sagalee Caalmaan raggaasise
Mootummaan Turkiyaa torban dabre keessa gaaffii deeggarsa waraanaa mootummaan Liibiyaa beekamtii UN qabu dhiheesse irratti hundaayuun, loltoota lafoo Ji’a kana…
Guutuu Dubbisi » -

Barataan Oromoo tokko Yuniversitii Wolloo keessatti ajjeefamuu gabaafame
Barataa Sa’id Xayyib ganama har’aa moora Yunivarsitichaa, naannawa Dormitarii barattootaatti eega rukutamee booda gara mana yaalaatti kan geeffame tahus, booda…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Makiinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun nama 15 dabre
Balaa Makiinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun nama 15 dabre Balaan kun makiinaa ummata “Dolfiiniin”imaltoota 17 fe’ee magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Federaalaa dhimma haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaa irratti boru ibsa kennuufi
Haleellaa shoorarkeessitoonni naannoo Amaaraa baha Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwataniin Masjidoota 4 dabalatee Dukkaanoonni hawaasa Muslimaa magaalattii 400 ol gubatuun ni…
Guutuu Dubbisi » -

Hojiin ijaarsa Masjidoota Magaalaa Istee addaan Cituu Gabaafame
Haleellaa Boombii fi saamicha shororkeessitoonni waggaa dabre keessa naannoo Amaaraa kibba Goondar magaalaa Isteetti raawwataniin, Masjidoonni lama gubatuu fi manneen…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Suudaan qondaaltota tikaa mootummaa duraanii heddu irratti adabbii du’aa murteesse
Abbaan alangaa mootummaa Suudaan qondaaltota tikaa mootummaa duraanii heddu, bara bulchiinsa Prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir keessa yakka hidhamtoota manneen hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Daaqon Daan’eel Kibrat gara Tripoolii imaluun qondoltota mootumma Liibiyaa waliin mari’ate
Qondaala Ol’aanaan waajjira muummicha ministeeraa kan tahe Daaqon Daan’eel Kibrat, Alhada dabre jila mootummaa Ityoophiyaa hogganee gara Liibiyaa imaluun qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » -

Gareen haleellaa Masjidoota Magaalaa Mooxaa Qoratuuf garasitti imale, qorannoo geggeessaa ture Xumuree deebi’uun gabaafame
Haleellaa Masjidootaa fi saamicha hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraa baha Goojjaam magaalaa Mooxaatti torbaan dabre keessa raawwatame qoratuuf Koreen miseensota 4…
Guutuu Dubbisi »










