Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Hiriirri Mormii Godina Harargee bahaatti guyyaa boruu geggeeffamuuf ture guyyaa biraatti jijjiramuu gabaafame
Haleellaa masjiidoota naannoo Amaaraa baha Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwatame hordofuun guutuu biyyatti hiriirri mormii geggeeffamu akkuma itti fufe jira. Haaluma…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa guutuu biyyattii haleellaa Masjiidota irratti raawwatame balaalefftuun mormii jalqabe itti fufee jira
Haleellaa shororkeessitoonni naannoo Amaaraa guyyaa 10 dura magaalaa Mooxaa keessatti raawwataniin, Masjiidota afur dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu ibiddaan barbadaa’uu…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Nageenyaa fi Tokkummaa ibsa ijjannoo qabxii 7 qabu baasuun goolabame
Konfiransii mata duree ‘Nageenyaa fi Tokkummaa’ jedhuun Majlisni Naannoo Hararii qopheesse kaleessa Muddee 18,2012 jalqabe yoo tahu, Hoggantoonni Majlisa naannoolee…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Shawaa Bahaa aanaa Dugdaatti muudateen lubbuun nama 25 dabre
Itti gaafatamaan sab-qunnamtii Poolisii Godinicha Komaandar Asichaalaw Alamuu akka ibsetti, balaan sukkanneessaan kun har’a waaree booda Minibaasiin humnaa ol fe’attee…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri mormii guddaan Naannoo Kibbaa Magaalaa Dillaatti gaggeeffame
Haleellaa Jum’aa torban dabre (halkan December 20) naannoo Amaaraa godina Goojjam magaalaa Mooxaatti raawwatameen Masjidni 4 shoorarkeessitootaan gubamuun ifa. Achiin…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan Gamtaan Biyyoota Islaamaa Muslimoota Indiyaatiif sagalee akka tahu gaafatte
Paakistaan seera muslimoota cunqursu kan Indiyaan dhiheenya labsite ilaalchisee, miseensonni Gamtaa Biyyoota Islaamaa 57 sagalee tokkoon akka balaaleffatan gaafatte. Ministeerri…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaan Masjidoota magaalaa Mooxaa osoo hin raawwatamin dura Hoggansa Naannichaaf, iyyannoon kan dhihaatte tahuun gabaafame
Haleellaa Masjidootaa fi hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraa godina baha Goojjaam magaalaa Mooxaa irratti Juma’aa dabre(halkan December 20) raawwatame hordofuun, Masjidoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree fala Barbaadduu Konfiransii Nageenyaa irratti hirmaatuuf magaalaa Harar Seenaan
Konfiransii nageenyaa manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Hararii qopheesse irratti hirmaachuuf miseensonni Koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal,…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri mormii guddaan arra Godina Arsii lixaa Magaalaa Seeroftaatti gaggeeffamaa oole
Abbootii amantaa dabalatee hiriira kanarratti Qeerroo fi manguddoonni naannichaatis hirmaatanii jiran. Akkuma beekkamu Jum’aa kute(halkan December 20) naannoo Amaaraa godina…
Guutuu Dubbisi »










