Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Hiriirri mormii magaalaa Roobee Baaleetti geggeeffamaa ture Rayyaa Ittisa Biyyaatiin bitinnaa’e
Haleellaa Masjidoota naannoo Amaaraa irratti raawwatame hordofuun Hiriirri mormii guutuu biyyaatti jalqabame guyyaa har’aatis magaalota hedduutti geggeeffamee oole. Magaalota guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’uudii namoota shan kanneen ajjeechaa Gaazexeessaa Jamaal Kaashoqjii keessaa harka qaban irratti addabbii du’aa murteese
Abbaan Alangaa Mootummaa Sa’uudii ibsa har’a kenneen, ajjeechaa bara dabre qonsilaa Istanbul keessatti gaazexeessaa Jamaal Kaashoqjii irratti raawwatameen wal qabatee,…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa guutuu biyyattii haleellaa Masjiidota irratti raawwatame balaalefftuun mormii jalqabe itti fufee jira
Haleellaa shororkeessitoonni naannoo Amaaraa Jum’aa dheengaddaa magaalaa Mooxaa keessatti raawwataniin, Masjiidota afur dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu ibiddaan barbadaa’uu fi…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa magaalaa Bichanaa soda hamaa keessa kan jiru tahuun gabaafame
Naannoo Amaaraa Godina Goojjaam keessatti haleellaan masjiidotaa fi qabeenya hawaasa muslimaa magaalaa Mooxaa irratti raawwatame, gara magaalaa Bichanaatti kan ce’e…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Masjiidoota irratti raawwatame hordofuun magaaloota gar garaatti Hiriirri mormii geggeeffame
Haleellaan Masjiidoota naannoo Amaaraatti kaleessa galgala raawwatame Ummata muslimaa biyyaatti dallansiisee jira, guyyaa har’aa magaaloota gara garaatti ummanni muslimaa dhadannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa halkana edaa Masjiidotaa irratti raawwatame ilaalchisee hawaasni kara nagayaatiin mormiin akka godhu waamichi dabre
Halkan edaa naannoo Amaaraa Godina Gojjaan magaalaa Mooxaa keessatti, hordoftoonni amantaa Ortoodoksii Masjiidota afur fi Hoteela dargaggoota Muslimaa tokko dabalatee,…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Goojjaam magaalaa Mooxaatti Masjiidonni 4 ibiddaan gubaman
Naannoo Amaaraa Godina Goojjaam magaalaa Mooxaatti guyyaa kaleessaa hordoftoonni amantaa Ortoodoksii, bataskaana Giyoorgiis kan magaalattii keessatti argamu ibiddaan gubuuf yaaliin…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii yakka Idil Addunyaa ICC’n Israa’el irratti qorannoo yakka Waraanaa jalqabuuf tahuu ibsame
Hoggantuun abbaa alangaa mana murtii yakka Idil Addunyaa (ICC), yakka waraanaa mootummaan Israa’el Gaazaa fi West Bank keessatti raawwate, ilaalchisee…
Guutuu Dubbisi » -

Indiyaatti seera lamummaa haaraya bahe mormuun itti fufe jira
Paarlamaan Indiyaa torbee dabre baqattoota biyyoota ollaa irraa gara Indiyaa seenaniif lammummaan akka kennamu seera hayyamu raggaasise. Seerri kun garuu…
Guutuu Dubbisi »










