Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Miseensoonni Kaabinee Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Hoggantoota Majlisa magaalattii waliin mari’atan
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensoonni kabineen bulchinsa magaalattii, guyyaa har’aa hogantoota fi miseensoota boordii Majlisa…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking News: Muummichi ministeera Iiraaq aangoo gadi lakkisuuf qophii tahuu beeksise
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ateen walqabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe mormuun ji’a lama dura daanditti bahuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin Paartiileen siyyaasaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin gaggeessaa turan adda cite
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Jum’aa har’aa wixinee dambii seera filannoo raawwachiisuuf dhihaate irratti, paartiilee mormitootaa waliin marii jalqabee kan ture tahus,…
Guutuu Dubbisi » -

Suudaan Paartii Prezdaant Umar Al-Bashiir kan waggaa dheeraaf biyyattii bulchaa ture diigde
Fincila ummanni Suudaan mootummaa waggaa 30 ol biyyattii bulchaa ture irratti geggeessaa turetti fayyadamuun, waraanni biyyattii Prezdaan Umar Hasan Al…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Donald Tramp Waraana Ameerikaa Afgaanistaan keessa jiru daaw’ate
Prezdaant Tramp aangoo eega qabatee asitti kaleessaa yeroo jalqabatiif gara Afgaanistaan kan imale yoo tahu, loltoota Ameerikaa buufata waraana Bagram…
Guutuu Dubbisi » -

Masri Saatalaayitii Kominikeeshiinii milkiin hawaa irra qubachiisuu beeksiste
Qondaaltonni mootummaa Masri akka beeksisanitti, saatalayitiin amma gara hawaatti ergamte bu’uuralee misoomaa kominikeeshinii biyyattii diriirsuu, fayyaa fi tajaajila interneetii fooyyessuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Mormitoonni Iraaq Qonsilaa Iiraan magaalaa Najaafitti argamu guban
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ateen walqabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe mormuun ji’a lama dura daanditti bahuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -

Boris Johnson Jibbiinsa Islaamummaa Paartii isaa keessatti mul’atu ilaalchisee dhiifama gaafate
Muummichi ministeera Briteen Boris Johnson Jibbiinsa Islaamummaa Paartii Conservative keessatti babal’ataa dhufe ilaalchisee dhiifama kan gaafate yoo tahu, dhimmicha irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni cehumsaa hojiiwwan ji’oota jaha keessatti akka hojjetuuf karoorfame kan hin hojjatin tahuu ibsame
Ji’a jaha dura hoggantoonni Majlisa Federaalaa duraanii hundi aangoo irraa kaafamuun, Majlisni cehumsaa ji’oota jahaaf turu kan Ulamaafi hayyootaan hundeeffame…
Guutuu Dubbisi »










