Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Isara’el ajajaa ol’aanaa Waraana Bilisummaa Falasxiin Bahaa Abu-ataa ajjeeste
Gareen hidhattoota Falasxiin ibsa baaseen, “waraanni Israa’el haleellaa halkan edaa xiyyaaraan mana jireenyaa Bahaa Abu-ataa irrtti raawateen, komaandarri keennaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalota Finfinnee fi Washington DC dhimmoota gara garaa irratti waliin hojjechuuf walii mallatteessan
Jilli mootummaa Ameerikaa Kantiibaa Magaalaa Washington DC Miss Muriel Bowserin durfamu, guyyaa lama dura daaw’annaa hujiitiif Finfinnee kan seene yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Indiyaa dhimma Masjida seenaa qabeessa BAABRII irratti murtii kenne
Masjidni seena qabeessi Baabrii jaarraa 16 keessa kaaba Indiyaa magaalaa Ayodhatti jaarame. Masjidni kun bara 1992 keessa hordoftoota amantaa Hinduutiin…
Guutuu Dubbisi » -

Yunivarsitii Waldiyaa keessatti barattoonni heddu ajjeefamuu gabaafame
Yunivarsitii Waldiyaa keessatti haleellaa halkan edaa barattoota Oromoo irratti raawwatameen, yoo xiqqaate lubbuun nama jahaa dabruu fi barattoonni 10 ol…
Guutuu Dubbisi » -

Yuniversitiin Suudaan barnoota Afaan Oromoo fi Amaariffa sadarkaa digritiin kennuuf deema.
Yuniversitiin beekamaan magaalaa Kaartuum keessatti argamu kan International University of Africa jedhamu, walii galtee dhaabbilee barnoota ol’aanoo Ityoophiyaa waliin godheen…
Guutuu Dubbisi » -

UN, Baqattoota Ityoophiyaa Kampii Kaakkummaatti argaman gara biyyaatti deebisuuf
Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti ejensiin baqattootaa (UNHCR) baqattoota Ityoophiyaa Keeniyaa kampii Kaakkuummaatti argaman fedhii isaaniitiin gara biyyaatti deebisuuf tahuu beeksise. Itti…
Guutuu Dubbisi » -

Soreessa Adduunyaa Jarraa 14ffaa
Yeroo ammaa kanatti Sooreyyii irraa yoo dubbatamu wanti sammuu keenya keessa dhufu, dureeyyii Addunyaa akka Bernard Arnault, Bil geet, Warren…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Droonii daangaa isii qaxxaamure rukuttee kuffisuu beeksiste
Mootummaan Iiraan ibsa baaseen, humni qilleensa biyyattii Jum’aa har’aa Droonii biyya biroo tan daangaa Kibba Lixaatiin gara Iiran seente, qarqara…
Guutuu Dubbisi » -

Dr. Warqinah Gabayyoo Barreessaa Olaanaa IGAD ta’uun muudame
Dr. Warqinah Gabayyoo Barreessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) ta’uun muudame. Dr. Warqinahn baatii torba dura aangoo Ministeera haajaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin Araaraa Roobee Baaleetti geggeeffamaa ture Milkiin xumurame.
Hiriira nagayaa torban lama dura godinaalee Oromiyaa gara garaatti geggeeffame hordofuun, iddoo adda addaatti qaamoleen gurmaa’an hiriira nagayaa kana jeequmsaatti…
Guutuu Dubbisi »










