Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa barattoota 110 eebbisiise.
Rufaida Women’s Foundation Guyyaa har’aa Waxabajjii 19-10-2014 (June 26, 2022) barattoota Sagantaa (Diploama in Islamic Study) tiin barsiisaa ture eebbisiise.…
Guutuu Dubbisi » -
Seenaa Gabaabaa Perezdaantii Majlisa Oromiyaa
Sheikh Jamaal Muusaa Jiloo jedhaman. Sheikh Jamaal bara 1955 A.L.I Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti dhalatan. Barnoota shari’aa –…
Guutuu Dubbisi » -
Iddoon Dorgommiin Qur’aanaa itti geggeeffamu Istaadiyeemii Finfinnee irraa jijjirame
Dorgommiin Qur’aanaa Idil addunyaa yeroo jalqabaatiif jimaata irraa jalqabee Itiyoophiyatti geggeeffamaa jiru, sagantaan cuffinsaa guyyaa boruu Istaadiyeemii Finfinneetti geggeeffama jedhamee…
Guutuu Dubbisi » -
Murtii Korri waliigalaa mana marii dhimmoota Islaamummaaa Ityoophiyaa dabarse deeggaruun hiriirri geggeeffame
Hawaasni muslimaa, Oromiyaa dabalatee magaaloota naannolee biyyaattii garagaraatti, murtii korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaaa Ityoophiyaa dabarse deeggaruun, jum’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Majlisni Oromiyaa, Murtii Kora Walii galaa Majlisa Federaalaa deeggaruun ibsa baase
Manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Oromiyaa, murtii korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Caamsaa 18,2014 dabarse deeggaruun ibsa…
Guutuu Dubbisi » -
Hoggansa Majlisa Federaalaa haarayatti muudameef hiriirri deeggarsaa waamame
Korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa walga’ii Caamsaa 18,2014 Hoteela Sharaatoniitti geggeesseen, hoggantoota mana mariichaa duraanii sagalee caalmaan…
Guutuu Dubbisi » -
Majliisonni Naannoolee Murtii Korri walii galaa Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa dabarse deeggaruun ibsa baasan
Majliisonni naannoolee murtii korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaaa Ityoophiyaa Caamsaa 18,2014 hoteela Sharaataniitti baase ilaalchisuun, hoggantoota haarawa yeroodhaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Inistiitiyuutiin Sunnaah Ulamoota 40 eebbisise
Inistiitiyuutiin Sunnaah kan Aalima guddaa biyya keenyaa Dr Sheikh Muhammad Haamiddiiniin durfamu, barattoota ilmii ileana 40 kan waggoota afuriin barsiisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Markazni Ubayyi ibnu Ka’ab Barattoota 40 hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Godina Arsii Lixaa magaalaa Shaashamanneetti kan argamu markazni tahfiiza Qur’aanaa Ubayyi ibnu Ka’ab, Alhada har’aa, March 20, 2022 barattoota waggaa…
Guutuu Dubbisi » -
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa fi Baankiin Hijraa walii galtee mallatteessan
Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa guutuu Oromiyaa keessatti dubartoota irratti xiyyeeffatuun, leenjii ogummaa fi tajaajila gorsaa dabalatee dhimmoota heddu irratti ciminaan hojjachaa…
Guutuu Dubbisi »