Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Waajjirri Prezdaantii Ameerikaa qorannoo Prezdaanticha irratti jalqabame ilaalchiise ragaalee barbaadaman dabarsee kan hin kennine tahuu beeksise
Prezdaantichi dhimma filannoo Ameerikaa keessa akka seenu mootummaa Yukreen affeeree jira himannaan jedhu eega dhihaatee booda, Kongirasiin prezdaant Donald Tramp…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan gargaarsa Mustaqbal sagantaa dhiiga gumaachuu marsaa 15ffaa geggeese
Waldaan gargaarsa Mustaqbal Muslimoota biyya keenyaatiin hundeeffamee hojii tola ooltummaa gara garaa irratti hojjeta. Guyyaa kaleessaa October 6,2019 sagantaa gumaata…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Ilmu Diiniyyaa magaalaa Sanbateetti eebbifame
Naannoo Amaaraa godina addaa Oromiyaa aanaa Jillee Dhummuugaa magaalaa Sanbateetti kan ijaaramaa ture madrasaan Ilmu-Diiniyyaa October 5,2019 eebbifame. Madrasaan kun…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan loltoota isii Kaaba Suuriyaa keessaa baasuu jalqabde
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan torbee dabre Waraanni Turkiyaa finciltoota Kurdi kanneen daangaa Suuriyaa fi Turkiya keessaa maandheffatan irratti, lafoo fi…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa fi Xaalibaan marii nageenyaa addaan kutanii turan jalqabuuf tahuu gabaafame
Ameerikaa fi Xaalibaan marii nageenyaa ji’aa 11 ol Qaxar keessatti gaggeessaa turan goolabuuf eega dhiyaatanii booda, Prezdaant Traamp “gareen Xaalibaan…
Guutuu Dubbisi » -

Masri dhimma hidha Laga Abbaay irratti mariin Ityoophiyaa fi Suudaan waliin geggeessaa turte guututti fashalaayuu beeksiste
“‹”‹ Ministeeronni Bishaanii Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin guyyaa har’aa Khartuum keessatti geggeessan walii galtee…
Guutuu Dubbisi » -

Xaaliyaan baqattoota seeraan ala biyyattii keessa jiraatan gara irraa dhufanitti deebisuuf qophii xumuruu beeksiste
Mootummaan Xaaliyaan baqattota kumaatamaan lakkaahaman kanneen seeraan ala gara biyyattii eega seenanii booda, gaaffii kooluugaltummaa dhiyeessanii yeroo ammaa hayyama malee…
Guutuu Dubbisi » -

Ramaddiin barattoota dhaabbilee barnoota ol’aanoo bara 2012 ifa tahe
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa ibsa baaseen, barattoonni bara kana qabxii seensa dhaabbilee barnoota ol’aanoo argatan hundi, ramaddii isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan biyyoonni sulula laga Abbaay haala itti fayyadama lagichaa haqa qabeessa tahe mirkaneessuuf marii geggeessan kan deeggartu tahuu beeksiste
Ameerikaan marii Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri haala ijaarsa hidha laga Abbaay irratti geggeessaa jiran ilaalchistee ibsa kan baste yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi »










