Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Lammiileen Masri Bulchiinsa Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi mormuun hiriira geggeessaa jiran
Lammiileen Masri Jum’aa kaleessaa irraa jalqabee bulchiinsa Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi irratti mormii cimaa kan jalqaban yoo tahu, ummanni kumaatamaan lakkaahamu…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan humna elektirikaa teeknolojii Niwkilariitiin maddu fayyadamuuf walii galtee mallatteessite
Ityoophiyaan wal gahii Ejensiin Humna Atoomikii Idil Addunyaa Oostiriyaa magaalaa Veenaa keessatti qopheesse irratti kan hirmaataa jirtu yoo tahu, wal…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Dirree ganda Magaadootti namoonni hedduun dhibee daddarbaa ‘Kaalaazar’ jedhamun qabaman
Dhibeen kun dhibee Tisiisa biyyoo(sand fly) jedhamtuun namarraa namatti kan daddarbu yoo ta’u, yeroo dhiyoo as godina Booranaa aanaa Dirree…
Guutuu Dubbisi » -

Dawaan sammuu nama adoochu ‘kookeeyiniin’ kiiloo giraama 8 to’annaa jala ooluu gabaafame
Dawaan sammuu nama adoochu kun birrii miiliyoona 19 olitti kan tilmaamamu yoo ta’u, sakatta’iinsa hojjatoonni waajjira Gumruukaa damee buufata Xiyyaaraa…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Tokkummaa gargaarsa Lamummaa Barattoota Yaatiimaa fi Maatii Barattoota Yatiimootaa magaalaa Sagureetti argamaniif deeggarsa godhe
Godina Arsii aanaa Diggaluu fi xijjoo magaalaa Sagureetti “Waldaan tokkummaa gargaarsa lamummaa”guyyaa kaleessa barattoota Yatiimaa, maatii barattoota Yatiimootaa fi harka…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin dhimma hidha Laga Abbaay ilaalchisee Kaayirootti geggeeffame walii galtee malee xumuramuu ibsame
Ministeeronni Bishaanii Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan dhimma laga Abbaay ilaalchisee mariin guyyaa lamaaf Kaayiroo keessatti geggeessaa turan, walii galtee malee…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa ibiddaa Laaybeeriyaa keessatti muudateen barattoonni hifzii Qur’aanaa 27 ol du’uu gabaafame
Balaa mana barnoota hifzii qur’aanaa magaalaa Monoroobiyaa irraa kilomeetra 11 qofa fagaatee argamu keessatti halkan edaa muudateen, barattoonni 27 du’uu…
Guutuu Dubbisi » -

Meeksikoo keessatti iddoon reeffi namoota 29 jumlaan itti awwaalame argame
Qondaaltonii Meeksikoo akka jedhanitti, Awwaalli jumlaa kun kan argame qarqara magaalaa Guadalajara jedhamtu tan lixa biyyattiitti argamtuu keessatti yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin waajjira qonsilaa Istaanbul kan gaazexeessaan keessatti ajjeefamee ture gurguruu gabaafame
Dhaabbanni Televizhiina Turkiyaa Habeturk jedhamu akka gabaasetti, Sa’uudiin waajjira qonsilaa isii Istaanbulitti argamu kan gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii bara dabre keessatti…
Guutuu Dubbisi »










