Browsing Category
Saayinsiif Teknoolojii
Saayinsiifi Teknoolojii.
Qooda Kana keeysatti, odeeyfannoo teknoolojiitiifi, Argannoo saayinsii haaraya hordofnee dhiheessina. Saayinsii Qabatamaa saayintistoonni mirkaneessan qofarratti xiyyeeffanna.
PUBG hin taphatinaa!
PUBG'n (PlayerUnknown's Battlegrounds) geema mobaayila irratti fe'amu yoo tahu, ijoolleen teenya hedduun jaalala Geema PUBG kana…
Koroonaa-vaayras irraa hubannoof
Akkuma beekkamu, dhukkubni Koroonaa-vaayras jalqaba biyya Chaaynaatti mul'ate. Tohannoo mootummaa Chaaynaa ala tahuun biyyoota…
- Advertisement -
Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi…
Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI …
- Advertisement -
Dhaabbanni Feesbuuk jiddu gala gamaaggama qabiyyee jalqabaa Keeniyaatti…
Dhaabbanni Feesbuuk biyyoota Afrikaa Saharaa gadi jiran keessatti yeroo duraatiif jiddu gala gamaggama qabiyyee (Content Review)…
- Advertisement -
Facebook ergaa barreeffamaa (text message) irratti tajaajila haaraya…
Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa…
- Advertisement -
Chaayinaan Saatalaayitii akka addeessaa halkan iftu gara hawaatti erguuf…
Chaayinaan saatalaayitii ifa aduu irraa argatu akka addeessaa deebisee calaqqisuu danda’u kan hojjataa jirtu yoo tahu, waggaa lama…
- Advertisement -
Tajaajilli YouTube Sa’aa 1 oliif Addaan cite
Tajaajilli Youtube kan Sa’aa 1 oliif addaan citee ture amma deebi’ee dalagaa eegalee jira.
YouTube dhaabbata guddaa kaampaanii…
- Advertisement -
Feesbuukiin nama miiliyoona 50 butamee akka ture beekame
Dhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata…
- Advertisement -
Kophee ofiin of hidhu
Kaampaaniin Naayik (NIKE) kophee ofumaa of hidhu hojjate. Kopheen kun chaarjii elektriikiitiin dalaga. eega miila keessa kaayanii…
- Advertisement -