header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Markazni ummu Salaamaa fi Abuubakri barattoota isaa Eebbisiise

Markaazni Ummu Salaamaa fi Abuubakri kan aanaa Midhaagaa Tolaa keessatti argamu guyyaa kaleessa barattoota dhiiraa fi Shamarranii Hifzii Qur’aanaa barsiisaa ture kan Eebbisiise tahuun beekameera. Sagantaa eebbaa kana irratti Ustaazonni fi keessummoonni hedduun argamun qooda fudhatanii jiru

Namoota sagantaa kana irratti qooda fudhatan jidduu

  1. Sheikh Abdoosh
  2. Sheikh Mikaa’il Huseen 
  3. Sheikh Abadallaah Mirriiysaa
  4. Abuu Mansuur 
  5. Sheikh Kaliif 
  6. Sheikh Muhammad Bilisho
  7. SheikhMuhammad Ibroo
  8. Sheikh Shaakir Ahmad kan irratti hirmaatan tahuun beekameera

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button