Baha Jiddu-Galaa
-
Eeshiyaa

Mootummaan Yamanii fi Gareen Huusii Siwiidin Keessatti marii jalqaban
Mariin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiin qophaayee guyyaa har’aa jalqabame kun, Siwiidin magaalaa Rimbo tan Stockholm irraa kilomeetra 50 fagaattee argamtu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Malik Salmaan Amiira Qaxar wal gahii gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa irratti akka argamu affeere
Wal gahiin gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa (GCC) bara kanaa December 9, 2018 Sa’uudii magaalaa Riyaad keessatti kan geggeefamu yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Yamani fi gareen Huusii Hidhamtoota wal jijjiiruuf walii galan
Qondaaltonni Mootummaa Yaman akka jedhanitti, walii galteen hidhamtoota wal jijjiiruu kun marii nageenyaa torbee dhuftu Siwiidin keessatti geggeessuuf UN qopheessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Prezdaant Erdogaan waliin wal arganii mari’achuuf kan gaafate tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa Turkiyaa Mavlut Kavusoglu gaaffii fi deebisaa gaazexaa Jarman waliin godheen akka jedhetti, Muhammad Bin Salmaan dhimma ajjeechaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Yaman Keessatti waggoota sadan dabran hanqina nyaataatiin qofa daa’imman 85,000 ol kan du’an tahuu gabaafame
Dhaabbatni ‘Save the Children’ daataa UN irratti hundaayuun qorannoo geggeesseen, lola Yaman keessatti waggoota sadihiif geggeefamaa jiruun wal qabatee hanqina…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Sa’uudii namoota ajjeechaa Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii keessaa harka qaban jidduu shan irratti adabbii du’aa murteessuuf akka tahe gabaafame
Abbaan Alangaa walii galaa Sa’uudii Sa’uud Al-Mawjib ibsa Khamiisa hardhaa Riyaad keessatti kenneen, ajaja qondaaltota tikaa shaniitiin Jamaal Khaashoqji Summiin…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

UNICEF lolli Yaman magaalaa Hudeeydaa keessatti hammaataa dhufe yaaddessaa tahuu beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ejeensiin gargaarsa daa’immanii UNICEF ibsa baaseen, naannawa magaalaa Hudeeydaa keessatti waraana mootummaa Yaman kan Sa’uudii fi Emreetiin…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

BREAKING: Sa’uudiin gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii qonsilaa Istanbul keessatti ajjeefamuu amante
Sa’uudiin gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii qonsilaa Istabul keessatti walitti bu’iinsa namoota waliin uumameen kan du’e tahuu, qorannoo geggeessiteen kan mirkaneeffate tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xiyyaaronni gamtaa Waraana Arabaa Yaman keessatti haleellaa raawwataniin namoota nagayaa heddu galaafatan
Xiyyaaronni gamtaa waraana Arabaa Sa’uudin hogganamuu Sabtii kaleessaa Yaman kutaa Hudeeydaa keessatti haleellaa Minibaasii namoota nagahaa fe’atee deemaa ture irratti…
Guutuu Dubbisi »










