Baha Jiddu-Galaa
-
Odeeyfannoo

Lammiileen Indoneezhiyaa sochii Ameerikaan Imbaasii Isii gara AL-QUDSI jijjiiruuf jalqabde balaleefatan.
Mootummaan Ameerikaa dhuma waggaa darbee labsii Imbaasii isaa kan Isra’eel magaalaa Telaviiv keessaatti argamu gara magaalaa Al-QUDSI jijjiiru labsuun ji’a…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Halleellaa Boombii magaalaa Gaazaa keessatti raawwatameen namoonni shan ajjeefaman
Haleellaa Boombii galgala har’aa magaalaa Gaazaa keessatti raawwatameen namoonni shan kan ajjeefaman tahuu ministeerri fayyaa falasxiin beeksise. Namoonni sadi ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaan Isra’eel Gaazaa keessatti daa’imman irratti raawwattu hammaachaa dhufuu UNICEF beeksise
Dhaabbaata Mootummoota gamtoomaniitti Ejensiin Daa’immanii UNICEF ibsa Jum’aa hardhaa baaseen, baatii dabre keessatti qofa waraanni Isra’eel Gaazaa keessatti daa’imman Shan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muhammad Bin Salmaan “Falasxiinonni yaada Donaald Traamp haa fudhatan yookaan haa callisan” jedhe.
Dhaaltuun Goonfoo Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ji’a dabre keessa Garee Yahuudoota Ameerikaa waliin marii dhoksaan geggeesse irratti “Hooggantoonni Falasxiin yaada…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Isra’eel Falasxiinota irratti dhukaasee namoota heddu madeesse
Lammiileen Falasxiin mormii torbaan afur dura jalqaban itti fufuun Jum’aa har’aatis daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa oolan. Waraanni Isra’eel…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaa fi deeggartoonni isii Suuriyaa keessatti haleellaa jalqaban
Ameerikaa, Briteenii fi Faransaay Suuriyaa keessatti ganama har’aa haleellaa jalqaban. Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp gamtaana waraana biyyoota sadanii Suuriyaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Suuriyaa haleellaa Keemikaala Summiitiin magaalaa Duumaa keessatti raawwateen yoo xiqqaate lubbuu namoota 70 ol galaafate
Waraanni mootummaa Suuriyaa haleellaa Keemikaala Summiitiin Sabtii kaleessaa naannawa Guutaa Bahaa magaalaa Duumaa keessatti raawwateen yoo xiqqaate lubbuu namoota 70…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Loltoonni Isra’eel daangaa Gaazaa gama Kaabaa keessatti Falasxiinota hiriira mormii gaggeessan irratti dhukaasa banan.
Lammiileen Falasxiin Jum’aa har’aa daangaa Gaazaa gama Kaabaa fi bahaa irratti ajjeechaa waraanni Isra’eel torbaan dabre raawwate mormuun hiriira kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xayyaarri waraana Afgaanistaan huffaazota dabalatee namoota 150 ol galaafate.
Xiyyaaronni waraana Afgaanistaan haleellaa madarasaa Qur’aanaa naannawa Kinduuz keessatti argamu irratti raawwataniin, yoo xiqqaate huffaazota dabalatee namoota 150 ol galaafatan.…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Isra’eel baqattoota lammiilee Afrikaa ilaalchisee waliigaltee UN waliin mallatteessite diiguu beeksifte
Muummichi ministeera Isra’eel guyyaa kaleessaa baqattoota lammiilee Afrikaa 16,000 tahan,Mootummoota gamtoomanitti ejensiin baqattootaa UNHCR Afrikaan alatti biyya sadaffaatti akka qubsiisuu…
Guutuu Dubbisi »










