Bineensota Bosonaa
-
Og-Barruu

Arba
Arbi hoosiftoota dachii tanarra jiraatan keessaa isa guddaa dha. Addunyaa kanarra sanyiin Arbaa lamatu argama. Isaanis Arba Eeshiyaa fi Arba…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Chiitah (Cheetah)
Akka ramaddii saayinsiitti bineensonni adurreen wal fakkaatan hundi Cat family jedhamu. Sanyii adurree jechuudha. Sanyiin adurree kun hundi isaanii amala…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Banded Palm Civet
Uumamni Rabbii hundi waan addaa ittiin beekkamu qaba. Dizaayiniin Rabbii kan dhuma hin qabne bineensota garagaraatiif waan adda isaan godhutu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qeerransa
Biyya keenya keessatti, bineensota kabajaa guddaa qaban keessaa tokko qeerransa. Qeerransi gootummaadhaan beekama. Namni gootummaa ilma ofiitiif damboobatu maqaa qeerransoo…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Bineesan Uumama Sadi Fakkaatu (Okaappii)
Rabbi Qur’aana keessatti namni qalbi qabu uumama dachii irra jiru kana xiinxallee akka hubatu nu affeere. Kun ammoo akka nuti…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Bison (Baaysan) Gafarsa Ameerikaa
Waahee uumama kanaa Viidiyoo kanarraa daawwadhu Uumamni kun Biyyoota Ameerikaa Kaabaa keessatti argama. Sababa kanaafis gafarsa Ameerikaa jedhanii waaman. Baaysan…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Binturoong
BINTUROONG Binturong bineensota akka Mongoose, Fossa, xirinyii fi Genets jedhamiin waliin walitti dhiheenya qaba. Uumamni kun maqaa Bearcat jedhamuunis ni…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Jaguwaarandii
Mee amma ammoo Xayyaara yaadaa yaabbannee gara ardii ameerikaa haa imallu. Bineensi hardhaaf isinii filadhes Sanyii Adurreeti. Bineensi kun Jaguarondi…
Guutuu Dubbisi »










