Eertiraa
-
Afrikaa

Ministeeronni Haajaa Alaa Ityoophiyaa fi Eertiraa Somaaliyaa seenan
Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa Dr. Warqineh Gabayyoo fi gitni isaa ministeerri haajaa alaa Eertiraa Mr Usmaan Saalah Muhammad Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu gara Sa’udii imale
Mootummaan Sa’udii Ityoophiyaa fi Eertiraan waldhabdee waggaa 20 ol jidduu isaanii ture karaa nagayaatiin hiikkachuu isaanii kan dinqisiifate tahuu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Isaayyaas Afaworqii Rayyaa waraana biyoota lamaanii daangaa irra jiru daaw’atan
Itti gaafatamaan waajjira Muummichaa obbo Fitsum Araggaa akka ibsetti hoggantoonni lamaan har’a ganama adda waraanaa Buree jedhamutti wal argan. Araara…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ityoophiyaan Imbaasii isiii Eertiratti bante
Ityoophiyaan waggaa diigdama booda Imbaasii isii magaalaa Asmaraa keessatti bante. Sirna baniinsa Imbaasii kana irratti muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Buufata Doonii Asab Daawwate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Foramii Chaayinaa-Afrikaa Beejiing keessatti qophaaye irratti hirmatuuf gara Chaayinaa imaluun isaa ni yaadatama. Foramii irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Mormituu Ginboot Sabaat gara Biyyaatti galaa jira
Eertiraa keessatti mandheefatee kan ture Paartiin Arbanyooch Ginboot Sabaat buufata waraana isaa kan Eertiraa keessatti argamu cufee karaa Humaraatiin gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaan loltoota isii daangaa Eertiraa irraa kaasaa jirti
Itoophiyaan loltoota isii waggaa 20 oliif daangaa Eertiraa irra turan kan baasaa jirtu tahuu BBC gabaase. Loltoonni lokkoofsaan heddu ta’an…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Somaaliyaa fi Eertiraan hariiroo biyyoota lamaanii kan waggoota dheeraaf addaan citee ture haaromsuuf walii galan
Ministeerri Odeeyfannoo Eertiraa Yamaane Gabramasqal ibsa fuula twitter isaa irratti maxxanseen, Prezdaantiin Somaaliyaa Muhammad Farmaajoo waggaa 15 booda daawwannaa seena…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itoophiyaa, Eertiraa fi Emreets, Abu Dabii keessatti mari’ataa jiru
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii guyyaa har’aa gara Abu Dabii imaluun Dhaaltuu Gonfoo Emreets Muhammad…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabde
Dubbi himaan Ministeera Haajaa Alaa obbo Mallas Alam har’a ibsa kenneen, “Itoophiyaan buufata Asab fayyadamuuf sochii jalqabdee jirti”jedhe. Sochiilee qabatamaan…
Guutuu Dubbisi »










