Raashiyaa
-
Awrooppaa

Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra olchuu jalqabuu isii ifoomsite
Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayidaarra akka oolu murteesse. Akka gabaasni CNN jedhutti talaalli kana…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Dubbii Himaan Prezdaantii Raashiyaa Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu gabaafame
Dubbii himaa Prezdaant Vilaadmiir Puutiin kan tahe Dimtiri Peskov Dhaabbata Odeeyfannoo Interfax jedhamuuf yaada kenneen, dhibee vaayirasii koroonaatiin qabamee hospitaalatti…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Balaan ibiddaa Doonii Raashiyaa muudate lubbuu nama 14 galaafate
Dooniin Raashiyaa humna Baatrii Niwkilariitiin Sochootu garba Arktik keessatti qorannoo addaa kan gaggeessaa turte yoo tahu, balaa ibiddaa Baatrii irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hogganaan Kooriyaa Kaabaa gara Raashiyaa imaluun prezdaant Viladmiir Putiin waliin mari’ate
Hoggantoonni lamaan Khmiisa har’aa magaalaa Vladivostok jedhamtu keessatti mariiin geggeessan dhimma Niwkilarii Kooriyaa kaabaa irratti kan xiyyeeffate tahuu odeeyfannoon ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan Waliigaltee Niwukilarii Raashiyaa waliin mallatteessite diiguuf akka tahe beeksifte
Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp Sababni Ameerikaan waliigaltee oomisha Niwukilarii waggaa 30 dura Raashiyaa waliin mallatteessite keessaa bahuuf murteessiteef, Raashiyaan qajeelfama…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Raashiyaa Kutaa Kireeymiyaa keessatti haleellaa Kolleejjii tokko keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 18 ajjeefaman
Qondaaltonni Raashiyaa akka jedhanitti, barataan Kolleejjii teeknikaa tokko hiriyyoota isaa irratti boombii eega dhoosee booda, gamoo kolleejjichaa keessatti dhokatee dhukaasa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Indiyaan Ittisa Misaa’elaa S-400 jedhamu Raashiyaa irraa bituuf walii galtee raawwatte
Prezdaant Vilaadmiir Puutiin walgahii idilee Raashiyaa fi Indiyaan waggaa waggaan waliin geggeessan irratti argamuuf, Khamiisa kaleessaa Indiyaa seene. Walgahichi guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Netherlands Basaastota Raashiyaa Afur biyyaa ari’uu beeksifte
Ministeerri ittisaa Netherlands ibsa baaseen, Haleellaa interneetii (Cyber attack) dhaabbilee gurguddoo biyyattii irratti mootummaa Raashiyaatiin qindaayee ture kan fashaleesse tahuu…
Guutuu Dubbisi »










