-
Afrikaa

Afrikaa Kibbaatti haleellaafi saamichi lammiilee biyyoota biraa irratti raawwatamu itti fufe jira
Torbaan dabre irraa kaasee duula jibbaafi dhiphummaa hamaatu garasitti lelisaa jira. Lammiileen gara-jabeeyyiin Afrikaa kibbaa, gurraacha akka isaanii kan hojii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Yaamicha bulchinsa magaalaa Finfinnee hordofuun Manni Marii Dhimmoota Islaamaa magaalattii deeggarsa Birrii 5,250,000 godhe
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa, ummanni barattoota manneen barnoota mootummaa magaalaa Finfinneetti barataniif deeggarsa akka godhu gaafatee ture. Kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Baankiin Daldala Ityoophiyaa, damee addaa seera Shari’aa irratti hundaa’uun tajaajila dhala irraa walaba ta’e kennu bane
Dammeen addaa kun ‘Bilaal’ jedhamuun kan moggaafame yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee Mikaa’ilitti eebbifamuu FBC gabaase.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Jaartiin Sababa Jaarsi isii haalaan isii jaalateef, akka na hiiku jettee mana murtii Shari’aatti himatte
UAE tti guyyaa lama dura dubartiin takka, mana murtii Shari’aa Fujaira tti , jaalalli abbaan manaa kiyya anaaf qabu garmalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mudannoo paarlaamaa Keeniyaa fi Niiw Ziilaand keessatti mudatte
Torbee lamaan dabre kana keessa paarlaamaa biyyoota garagaraa lamatti mudannoon walfakkaatu mudate. Biyyoonni lamaan kun tokko biyya oollaa keenya Keeniyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Bosonni Amaazoon gubataa jira.
Bosona guddicha dachii tanaa Amaazoonitti belbelli ibiddaa eegi qabatee bubbulee jira . Belbelli ibiddaa bosona kanatti wagga waggaan ka’uun haarawaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma barnoota Afaan Oromoo irratti xiyyeeffannan kan hojjatu tahu ibse.
Dhimmi barnoota Afaan Oromoo, dhimma mariif hin dhiyaanne. Guddina afaanichaaf xiyyeeffannoo addaatin kan hojjetu tahuu Itti aanaan Prezidantii mootummaa naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

“‹”‹Bidiruun baqattoota 100 ol fe’attee deemaa turte dhidhimuun lubbuu nama hedduu galaafatte.
Dhaabbanni deggarsa Medicins Sans Frontieres(MSF) jedhamu, bidiruun baqattoota lakkofsaan hedduu tahan fe’atte naannawa qarqara galaana Liibiyaatti dhidhimuu ifoomse. Lubbuun nama…
Guutuu Dubbisi »










