-
Tafakkur
Umbrella Bird
Simbirri tun afaan Ingiliffaatiin Umbrellabird jedhamti. Umbrella jechuun afaan oromootiin dibaabee ykn amaariffaan “ጃንጥላ” jechuudha. Maqaa kanas kan argattee Guuttiyyee…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Baatii Ramadaanaa
Alhamdulillaah Rabbil Aalamiin. Jiini ulfaataa fi Kabajamaan nuuf dhufee jira. Magaalaan guddoon bu’aa guddoo keessaa buufannu dhaabatuuf jirti. Magaalaa tana…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
LIGER (LAAYIGAR)
Bineensi dhaluu hin dandeenye kami jedhanii osoo isin gaafatanii, hedduun keessan gaangee jettanii deebisaa kennitan taha. Gaangeen Fardaafi harree irraa…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Uffannaa Muslimaa
Uffanni faaya. Uffanni bareedina. Namni uffata ofirraa hin qabne bineensa irraa garaagarummaa hin qabu. Qaamni Rabbiin tolchee nuuf uume kun…
Guutuu dubbisi... -
Tana Quba Qabduu
Balaawwan Addunyaa Suukanneessan muraasa
Addunyaan tun balaa uumamaatiifi balaa namtolchees ofirraa qolachuuf tattaafii guddaa gooti. Keessumattuu biyyoonni guddatan, balaa biyya isaanii mudachuu dandayu hunda…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Polar Bear
Addunyaa tanarra Sanyiiwwan Biir heddutu jiru. barruu tana keessatti isa Polaar Biir ykn ammo Sea Biir jedhamu waliin daaw’anna. Polaar…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo Biyyaa
Inistiitiyuutiin Sunnaah Ulamoota 40 eebbisise
Inistiitiyuutiin Sunnaah kan Aalima guddaa biyya keenyaa Dr Sheikh Muhammad Haamiddiiniin durfamu, barattoota ilmii ileana 40 kan waggoota afuriin barsiisaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo Biyyaa
Markazni Ubayyi ibnu Ka’ab Barattoota 40 hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Godina Arsii Lixaa magaalaa Shaashamanneetti kan argamu markazni tahfiiza Qur’aanaa Ubayyi ibnu Ka’ab, Alhada har’aa, March 20, 2022 barattoota waggaa…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Ajaa’iba Qur’aanaa
Qur’aanni nuti guyyuu qaraanu kun, kitaaba amantii kan Masjiida qofa keessatti qara’anii achitti dhiisanii biraa bahan qofa osoo hin taane,…
Guutuu dubbisi... -
Tana Quba Qabduu
Biyyoota garagaraa keessatti hooggantoota arrabsuun adabbii akkamii qaba?
Hooggantoonni biyyaa kabajaa guddaa qabu. Ni sodaatamuus. Seerri mootummaatis bakka addaa isaaniif kenna. Eegumsi isaaniif godhamus kan addaati. Kun hundi…
Guutuu dubbisi...