-
Awrooppaa

Dhaabbanni Turkiyaa tokko Kaaba Suuriyaa keessatti Masjiidota 108 deebisee ijaaruu beeksise
Dhaabbanni Diyanet jedhamu kun hanga ammaatti lola Suuriyaa keessatti geggeefamaa jiruun masjiidota barbaadaayan jidduu 108 deebisee ijaaruu beeksise. Dhaabbatichi dabalataanis…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaqsanitti lolli akkuma itti fufetti jira
Aanicha keessatti guyyoota lamaan darban haalli nageenyaa Tasgabbaa’ee kan ture tahus, guyyaa hardhaa Weerara Liyyuu Polisiin Mootummaa Naannoo Somaalee ummata…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jeequmsa Ahbaashonni Masjiida Shawaa Barri keessatti kaasaniin namoonni 11 miidhaman
Masjiida Shawaa Barri kan naannoo Amaaraa magaalaa Deeseetti argamutti kaleessa galgala namoonni amantaa Ahbaash hordofuun waggoota 7 darban hawaasa muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Balaan Ibiddaa Giriik keessatti ka’e yoo xiqqaate lubbuu nama 60 galaafate
Balaan Ibiddaa kun kan ka’e magaalaa Matiis jedhamtu tan naannawa magaalaa guddoo Ateensitti dhihaattee argamtuutti yoo tahu,balaa kanaan lubbuun namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Breaking News: Isra’eel galgala kana Gaazaa keessatti haleellaa hamaa raawwataa jirti.
Hanga ammaatti lammiileen nagayaa 10 ol akka ajjeefamanii fi 120 ol ammoo kan madaayan tahuu miidiyaaleen gabaasaa jiru.
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jama’aan Masjiida Abubakar kan magaalaa Adaamaa iyyannoo isaanii qama dhimmi ilaaluuf dhiyeessan
Miseensonni koree masjiidaa lama da’awaan masjiida keessatti akka hin godhamne dhoorkuu isaaniitiin jeequmsi kan ka’ee ture tahuu Isiiniif gabaasuun keenya…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Samayaawii Paartiin Alaabaa Ityoophiyaa irraa urjiin akka kaafamu gaafate
Dhaabbatichi ibsa guyyaa kaleessaa baaseen; alaabaan biyyattii kan maallatoo Urjii jidduurraa qabu ummata biyyattii kan bakka hin buunee fi fudhatama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kafaltiin imala Hajjii bara kanaa Birrii 93,000tti gad buufame.
Kafaltiin imala Hajjii bara kanaa sababa Sharafni doolaaraa dabale jedhuun birrii 98,000 tahuu hoggantooni majliisa seeraan ala labsuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni murtii ol’aanaa godina Harargee Lixaa namoota ajjeechaan himataman hidhaa cimaa waggaa 20tiin adabe.
Godina Harargee lixaa aanaa Bookee Keessatti bara dabre hiriira mormii namoonni hidhaman nuuf haa hiikkaman jechuun ummanni bahe irratti lubbuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Dabra Marqoositti Hoteela Obbo Barakat Sim’oon ittti qubate jedhame irratti Haleellaan raawwatame.
Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Maarqoos keessatti guyyaa har’aa jeequmsi hamaan kan uumame yoo tahu, dargaggoonni magaalaa Dabra Maarqoos Hoggantoonni mootummaa…
Guutuu Dubbisi »










