-
Awustraaliyaa

Mootummaan Yamanii fi gareen Huusii marii jalqabuuf akka tahe gabaafame
Yamanitti bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtomanii Martin Griffith akka jedhetti, gareen lamaanuu lola biyyattii raasaa jiru dhaabuudhaaf marii Siwiidin keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan Godina Walloo magaalaa Sanbatee keessatti geggeeffamaa jira
Sagantaan kun mata duree “Tokkummaa fi Markaza Salahuddiin Al-ayyuubiitiif galii walitti qabuu”jedhuun, naannoo Amaaraa Godina Walloo magaalaa Sanbateetti guyyaa hardhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhibeen iboolaa Koongoo irraa gara biyyoota ollaatti babaldhataa jiraatuu gabaafame
Dhibeen iboolaa ji’a August darbe Koongoo-DRC keessatti ka’e babal’ataa kan dhufe yoo tahu, amma ammoo gara biyyoota ollaa kan cehaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haaji Huseen Haaji Muhammad gara ganda aakhiraa godaanan
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN! Aalimni guddaan biyya keenyaa Haaji Huseen Haaji Muhammad biyyoota adda addaa keessatti ilmii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaan lammiilee Sa’uudii 17 kanneen ajjeechaa Jamaal Khaashoqjii keessaa harka qaban jetteen irra qoqqobbii keette
Ameerikaan Itti gaafatamaa qonsilaa Istanbul kan duraanii Muhammad Al-Uteeybii dabalatee namoota 17 ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii keessaa harka qaban jedhaman…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Sa’uudii namoota ajjeechaa Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii keessaa harka qaban jidduu shan irratti adabbii du’aa murteessuuf akka tahe gabaafame
Abbaan Alangaa walii galaa Sa’uudii Sa’uud Al-Mawjib ibsa Khamiisa hardhaa Riyaad keessatti kenneen, ajaja qondaaltota tikaa shaniitiin Jamaal Khaashoqji Summiin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Eertiraa irraa qoqqobbii kaase
Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii qoqqobbii woggoota sagaliif Eertiraa irra kaahee ture kan kaase tahuu gabaafame. Manni maree nageenyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Dimokraatawaa Oroomoo fi Addi Bilisummaa Oromoo waliin hojjatuuf walii galan
Hoggantoonni Paartiilee lamaanii har’a eega waliin mari’ataniin booda ibsa baasaniin akka jedhanitti, Paartiileen lamaan falmii jidduu isaanii ture dhiisuun, walii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Ittisa Israa’el Avigdor Lieberman taayitaa gad lakkise
Gaazaa keessatti walitti bu’iinsa Israa’el fi gareewwan Falasxiinotaa jiddutti hammaataa dhufe hordofuun, carraaqqii Masriitiin guyyaa kaleessaa gareen lamaan dhukaasa dhaabuuf…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Amnistii Intarnaashinaal Badhaasa kabajaa Hoggantuu Miyanmaar Ang San Suchiif kennee ture irraa fudhate
Dhaabbanni mirga namoomaatiif falmu Amnistii Intarnaashinaal bara 2009 hoggantuun Miyanmaar yeroo mana hidhaa turte, badhaasa dhaabbatichaa guddicha “Ambassador of Conscience…
Guutuu Dubbisi »










