-
Odeeyfannoo

Prezdaant Tramp Wixinee Labsii dararaa Muslimoota Wiigar irratti raawwatamu dhaabsisuuf Kongirasiin dhiheesseef mallatteesse
Kongirasiin Ameerikaa dararaa mootummaan Chaayinaa Muslimoota Wiigar irratti raawwatu dhaabsisuuf, Chaayinaa irra qoqqqoobbiin akka kaahamu wixinee qophaahe ji’a dabre sagalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

COVID-19 UPDATES June 17, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 129 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itti aanaa Prezdaantii Suudaan Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo Finfinnee seene
Jilli mootummaa Suudaan Itti aanaan Prezdaantii Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo durfamu har’a Finfinnee yeroo seenetti, Itti aanaan Muummicha Ministeeraa Obbo…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 16, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,630 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa doorsisa Kooriyaa Kibbaatiin dallanuun biiroo waliinii daangaa irra jiru barbadeessite
Kooriyaan Kaabaa fi Kooriyaan kibbaa lola waggaa 50 dura geggeessan booda, hariiroon biyyoota lamaanii woggoota lamaan dabran fooyyee agarsiisee ture.…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 15, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 3,521 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mana Marii Naannoo Kibbaa keessatti Bakka bu’ootni Ummata Zoonii Wolaayitaa hojii gadi lakkisuu beeksisan
Mana Marii Naannoo Kibbaa keessatti Bakka bu’ootni Zoonii Wolaaytaa 38 xalyaa Dhaabbilee Mootummaa Naannichaatiif galchaniin akka ibsanitti, murtii miseensummaa mana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbanni Mootummoota Gamatoomanii Jibbiinsa Sanyii fi dararaa Poolisiin Ameerikaa ummata gurraacha irratti raawwatu ilaalchisee marii geggeessuuf tahuu beeksise
Dhaabbatichatti Ejensiin Mirga Dhala Namaa ibsa baaseen himannaa “dhaabbilee mootummaa Ameerikaa keessatti jibbiinsi sanyii hammatu jira; akkasumas ummata karaa nagaayaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 14, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 179 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

(no title)
Mootummaan Jibuutii, Somaliland fi Somaliyaa jiddutti jaarsummaa jalqabeSomaliland waggaa 29 dura mootummaa jiddu galeessa Somaaliyaa irraa fottoquun bulchiinsa walbaa mataa…
Guutuu Dubbisi »










