-
Ibaadaa
Sagantaa haraama hirmaachuun cubbaawuudha-Qophii: Urjii Ahmad
Sagantaan suni maqaa fedheen haa yaamamu. Cidha, eebba, guyyaa dhalootaa ykn du’aa, qabsoo ykn deeggarsa waanuma fedhe haa tahu. Sagantaa…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Sa’uudiin imala Umraa namoota talaallii Covid-19 fudhataniif qofa kan hayyamtu tahuu beeksiste
Mootummaan Sa’uudii ibsa baaseen, wixata kaleessaa irraa kaasee dhimmoota imala Umraatiin walqabatan simachuu akka jalqabe ibsuun, sirna umraatiif namoonni gara…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Dhiifamni nagayaa fi tasgabbii nama gonfachiisa
Nama walitti mufatan, takkaa isaaf irra darbuun takkaa immoo haqa ofii irraa fudhachuun rakkoo uumame furuun ni danda’ama. Walitti dhufanii…
Guutuu dubbisi... -
Qissaa
Haadhaa ofii dallansiisuun balaa guddaaf nama saaxila.
Guyyaa tokko Ergamaan Rabbii ((SAW)) taa’anii sahaabota waliin haasa’aa turan. Namichi tokko isaan bira dhufee akkana isaaniin jedhe. “Yaa Ergamaa…
Guutuu dubbisi... -
Afrikaa
Isra’eel Gamtaa Afrikaa Keessatti iddoo taajjabdummaa argachuun isii Afrikaa Kibbaa dallansiise
Ministeerri haajaa alaa Afrikaa Kibbaa ibsa baaseen, biyyoota miseensota gamtichaa 55 osoo hin mari’achiisin murtiin dabre, mootummaa Afrikaa Kibbaa kan…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo Biyyaa
Majliisni Oromiyaa Mata Dureewwan garagaraa irrattii Imaamotaa fi Du’aatotaa leenjii kennuu jalqabe
Leenjiin imaamotaa fi Du’aatotaa kennamu kun, guyyaa sadihiif karoorfamee har’a Magaalaa Adaamaa Kolleejjii Imaamuu Shaafi’i keessatti jalqabame. Majliisa Oromiyaatti Daayrektoreetiin…
Guutuu dubbisi... -
Ibaadaa
Karaa Rabbii irratti nama yaamuun salphaa tahuu dhabuu mala!
Anbiyoota Rabbii dabalatee namoonni karaa Haqaatti da’waa godhaa turan hundi rakkoo keessa ni darban.Nabiyullah Ibraahim (aleyh salaam) da`awaa babal’isuu irraa…
Guutuu dubbisi... -
Ibaadaa
Hajjii fi Sirna qalmaa
Hajjiin Arkaana islaamaa shanan keessaa tokko. Namni Muslima tahe, osoo qabeenyaa fi fayyaa qabu hajjii hajjuu yoo dide, amalli oftuuluu…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Adaba (Naamusa) nyaata fi dhugaatii
Umar bin Abi Salamata (Radiyallahu anhumaa) ni jedhe, “Ani mucaa(xiqqaa) ta’ee eeggumsa Ergamaa Rabbii ((SAW)) jala ture. Harki kiyya gabataa…
Guutuu dubbisi... -
Koroonaa
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Weerarri Vaayrasii koroonaa 3ffaan hammaataa akka jiru beeksiise
WHO’n akka jedhutti, Weerarri Vaayrasii koroonaa gosa Deeltaa jedhamuu biyyoota heddu keessatti saffisa ol’aanaan babal’ataa jira.Torbeewwan arfan darban keessa weerarri…
Guutuu dubbisi...