-
Afrikaa

Rooba cimaa Keeniyaa keessatti roobaa jiru hordofuun balaa lolaa uumameen yoo xiqqaate namoonni 194 du’uu gabaafame
Lixa Keeniyaa keessatti Rooba cimaa torbee sadi ol walitti fufuun roobaa jiru hordofuun lolaa fi sigiga lafaa muudateen, hanga ammaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sirni awwaalcha Kabiir Huseen Waaqoo magaalaa Adaamaatti raawwatame
Abbaan Qabeenyaa Kolleejjii Fayyaa Hospitaal Waliigalaa Adaamaa Kabiir Huseen Waaqoo dhukkubsatee Wal’aanamaa eega turee booda, guyyaa kaleessaa addunyaa tana irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3.6 dabre
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3.6 dabre. Lakkoofsi namoota sababa vayirasii kanaa du’anii ammoo kuma…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Paarlaamaan “filannoo dhuftu ilaalchisee yaadni furmaataa heera biyyattii irratti qofa hundaayee akka dhihaatu”yaada jedhu raggaasisuu gabaafame
Filannoon bara kanaa sababa weerara COVID-19 kan hin geggeeffamne tahuu eega ibsamee booda, akkaataa heera biyyattiitiin xumura ji’a Fulbaana dhufuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Xiyyaarri Meeshaa Tajaajila Fayyaa fe’ate tokko Somaaliyaa magaalaa Bardale keessatti kufuu gabaafame
Dhaabbanni Tajaajila Odeeyfannoo Somaaliyaa akka gabaasetti, Xiyyaarri dhaabbata African Express Airways tahe kun jalaqaba magaalaa Maqdishoo irraa gara Baaydawaa eega…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 140 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1,758 geggeesseen, nama shan irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3 fi kuma dhibba shaniifi kuma diigdamii tokko dabre
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamuun mirkanaahee miiliyoona 3 fi kuma dhibba shaniifi kuma diigdamii tokko dabre. Lakkoofsi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Gamtaa Israa’el haaraya hundeeffame danqaa keessa galuu gabaafame
Filannoo Paarlaamaa Israa’el kanaan dura waggaa tokko keessatti yeroo sadi geggeeffameen, paartiin mootummaa kophatti hundeessuuf sagalee gahaa tahe argate dhabamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ameerikaatti qorichi Iiboolaa yaala COVID-19’f akka oolu hayyamamuu gabaafame
Abbaan Taayitaa To’annoo Nyaataa fi Qorichaa Ameerikaa (FDA)’n dawaan dhukkuba Iiboolaa ‘Remdesivir’ jedhamu, namoota dhibeen vaayirasii koroonaa itti hammaate yaaluuf…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii 40,000 dabre
Wiirtuun To’annoo Dhibee Afrikaa, Africa CDC jedhamu gabaasa har’a May 2, 2020 baaseen, biyyoonni miseensa Gamtaa Afrikaa namoonni Vaayirasichaan qabaman…
Guutuu Dubbisi »










