-
Odeeyfannoo

Mariin Paartiileen siyyaasaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin gaggeessaa turan adda cite
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Jum’aa har’aa wixinee dambii seera filannoo raawwachiisuuf dhihaate irratti, paartiilee mormitootaa waliin marii jalqabee kan ture tahus,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Suudaan Paartii Prezdaant Umar Al-Bashiir kan waggaa dheeraaf biyyattii bulchaa ture diigde
Fincila ummanni Suudaan mootummaa waggaa 30 ol biyyattii bulchaa ture irratti geggeessaa turetti fayyadamuun, waraanni biyyattii Prezdaan Umar Hasan Al…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Prezdaant Donald Tramp Waraana Ameerikaa Afgaanistaan keessa jiru daaw’ate
Prezdaant Tramp aangoo eega qabatee asitti kaleessaa yeroo jalqabatiif gara Afgaanistaan kan imale yoo tahu, loltoota Ameerikaa buufata waraana Bagram…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Masri Saatalaayitii Kominikeeshiinii milkiin hawaa irra qubachiisuu beeksiste
Qondaaltonni mootummaa Masri akka beeksisanitti, saatalayitiin amma gara hawaatti ergamte bu’uuralee misoomaa kominikeeshinii biyyattii diriirsuu, fayyaa fi tajaajila interneetii fooyyessuuf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mormitoonni Iraaq Qonsilaa Iiraan magaalaa Najaafitti argamu guban
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ateen walqabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe mormuun ji’a lama dura daanditti bahuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Boris Johnson Jibbiinsa Islaamummaa Paartii isaa keessatti mul’atu ilaalchisee dhiifama gaafate
Muummichi ministeera Briteen Boris Johnson Jibbiinsa Islaamummaa Paartii Conservative keessatti babal’ataa dhufe ilaalchisee dhiifama kan gaafate yoo tahu, dhimmicha irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Traamp qorannoo yakkaa isarratti jalqabame ilaalchisee qondaaltonni ragaa akka hin baane dhoorkuuf aangoo kan hin qabaanne tahuu ibsame
Kongrasiin Ameerikaa Prezdaant Traamp aangoo isaa seeraan ala fayyadamee jira jechuun, qorannoo yakkaa jalqabuun ni yaadatama. Kanuma hordofuun Prezdaantichi qorannoon…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan Ityoophiyaa wixinee labsii haasaya jibbiinsaa fi odeeyfannoo sobaa too’achuu ilaallatu irratti mari’ate
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 5ffaa har’a kan gaggeesse yoo ta’u, wixinee labsii odeeyfannoo sobaa fi haasaya jibbiinsaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ummanni Godina Sidaamaa Naannoo tahuuf sagalee ol’aanaa tahee kennuu beeksise
Rifarandamii dheengadda Naannoo Kibbaa godina Sidaamaa keessatti geggeeffameen, godinichi sagalee naannoo ta’ee ijaarramuu isa dandeessisu kan argate tahuu ibsame. Boordiin…
Guutuu Dubbisi »










