-
Odeeyfannoo

Paartiileen Siyaasa Oromoo adeemsa ce’umsa biyyattii galmaan gahuu irratti wal tumsaadhaaf sanadii walii galtee mallatteessan
Paartileen Siyaasa Oromoo ibsa ejjannoo sirna mallattoo irratti baasaniin akka jedhanitti, ji’oota shanan dabran marii bal’aa kan geggessaa turan tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Gareen hidhattoota Somaaliyaa loltoota Xaaliyaan fi buufata waraana Ameerikaa Somaaliyaa keessatti argamu haleeluu gabaafame
Hidhattoonni Somaaliyaa wixata har’aa buufata waraana Ameerikaa magaalaa Baledogle jedhamtu keessatti argamuu fi loltoota Xaaliyaan magaalaa Maqdishoo keessatti bobba’an irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Buufatni Baabura Sa’uudii kan Magaalaa Jiddaa keessatti argamu gubataa jiraatuu gabaafame
Ejensiin ittisa balaa biyyattii fuula Twitter isaa irratti ibsa baaseen, balaa ibiddaa buufata baaburaa keessatti muudate kana to’achuudhaaf carraaqqiin cimaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Lammileen Afgaanistaan Prezdaantii biyyattii filachuuf sagalee kennuu jalqaban
Lammiileen Afgaanistaan Prezdaantii waggaa afran dhufaniinf biyyattii hogganu filachuudhaaf sabtii har’aa sagalee kennuu kan jalqaban yoo tahu, prezdaantii yeroo ammaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa Godina Walloo aanaa Jiillee Dhummuggaa keessatti muudateen lubbuun nama 9 dabruu gabaafame
Balaan kun halkan edaa naannawa Sa’aa sagalitti kan muudate yoo tahu, namoota saglan lubbuun dabreen alattis namoonni heddu kan miidhaman…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paakistaan hawaasni addunyaa dararaa Indiyaan Kaashimiir keessatti raawwattu hatattamaan dhaabsisu qaba jette
Muummichi ministeera Paakistaan Imraan Khan kora walii galaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaa, Ameerikaa magaalaa New York keessatti geggeeffamaa jiru irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Lammiileen Masrii mormii Prezdaantii biyyattii irratti jalqaban Jum’aa har’aatis kan itti fufan tahuu gabaafame
Lammiileen Masri torbee dabre irraa jalqabee Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi aangoo akka lakkisu gaafachuun mormii kan gegeessaa jiran yoo tahu, haaluma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaan dhimma laga Abbaay irratti tumsa malee filannoon biroo kan hin jirre tahuu beeksiste
Prezdaant Saahilawarq Zawdee Kora Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaa irratti, Khamiisa kaleessaa haasaya gooteen dhimmoota kaafte jiddu tokko waa’ee laga Abbaay…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaa, Pakistaan fi Maleezhiyaan Chaanaalii Televizhiinaa jibbiinsa Islaamaa qolachuu irratti hojjatu waliin hundeessuuf walii galan
Hoggantoonni biyyoota sadeenii Kora UN cinatti wal arguun, haala jibbiinsa Islaamaa babal’ataa dhufe qolachuun danda’amu irratti kan mari’atan yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi »










