-
Eeshiyaa

Muhammad Bin Salmaan ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii irratti raawwatameef itti gaafatamummaa kan fudhatu tahuu beeksise
Dhaaltuun gonfoo Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan, kanaan dura qonsilaa Istanbul keessatti “ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii irratti raawwatame keessaa harka hin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

“‹”‹Prezdaantiin Masri mariin hidha laga Abbaay irratti geggeeffamaa ture fashalaahuun nageenya naannicha irratti rakkoo uumaa jira jechuun akeekkachiise
Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi kora walii gala UN irratti haasaya godheen, hidha laga Abbaay Ityoophiyaan ijaaraa jirtu ilaalchisee mariin biyyi isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kongirasiin Ameerikaa Prezdaant Traamp irratti qorannoo yakkaa kan jalqabu tahuu beeksise
Afa Yaa’iin kongirasii Ameerikaa Nancy Pelosi ibsa Kiibxata kaleessaa kenniteen, Prezdaant Traamp mootummaan biyya biroo siyaasa Ameerikaa keessa akka seenu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Turkiyaa fi Qaxar dararaa Israa’el dachii Falasxiin keessatti raawwataa jirtu balaaleffatan
Hoggantoonni biyyoota lamaanii kora walii galaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 74ffaa, Ameerikaa magaalaa New York keessatti geggeeffamaa jiru irratti haasaya wal…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee manneen barnootaa mootummaa keessatti barattoota kuma 300’f nyaata dhiheessuuf qophii xumuruu beeksise
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibsa baaseen akka jedhetti, bara dabre bulchiinsi magaalattii barattoota kuma 70 qofaaf nyaata dhiheessaa kan ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹Balaa konkolaataa Naannoo Amaaraa Godina Goojjaam Lixaatti muudateen lubbuun nama 23 darbe
Balaan kun kaleessa waaree booda aanaa Dambacaa Zuuriyaa naannawa magaalaa Caraqaatti kan muudate yoo tahu, konkolaataan fe’umsaa ISUZU ta’e tokko,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Koreen Chaartarii Suuriyaa qopheessu hundeeffamuu beeksise
Barreessaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antoniyoo Gutereez Kora Waliigalaa 74ffaa UN har’a New York keessatti jalqabame irratti akka ibsetti, koreen heera…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti gamoon mana barnootaa jiguun, yoo xiqqaate lubbuun barattoota torbaa dabruu gabaafame
Balaa ganama har’aa mana barnoota dhuunfaa keessatti muudate kanaan hanga ammaatti barattoonni 7 kan du’an yoo tahu, barattoonni 59 ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii yaada araaraa gareen Huusii dhiheesse kan deeggaru tahuu beeksise
Gareen Huusii ibsa dhiheenya kana kenneen, haleellaa Sa’uudii irratti raawwatu hunda kan dhaabe tahuu ibsuun, Sa’uudiinis haleellaa raawwattu akka dhaabduu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Taanzaaniyaan dhibee Iboolaa biyyattii keessatti mul’ate ilaalchisee odeeyfannoo dhoksaa jirti jedhe
Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO)’n ibsa Sabtii kaleessaa baaseen akka jedhetti, mallattoolee dhibee iboolaa biyyattii keessatti mul’ate hordofuun, ragaalee qorannoo…
Guutuu Dubbisi »










