-
Eeshiyaa

Qondaaltonni Xaalibaan Moskoo keessatti mootummaa Raashiyaa waliin mari’achuu gabaafame
Dubbii himaan Waajjira Xaalibaan Dohatti argamuu Suheeyl Shahiin akka jedhetti, qondaaltonni Xaalibaan Jum’aa dheengaddaa gara Moskoo imaluun, mariin nageenyaa Ameerikaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qabxiin qormaata biyyooleessaa kan kutaa 10ffaa har’a waaree booda kan bahu tahuu ibsame
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa akka ibsetti, har’a waaree booda Sa’aa 10:00 (4:00PM) irraa jalqabee barattoonni qabxii qormaata isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaa Boombii buufata Poolisii Oromiyaa magaalaa Burraayyuu keessatti argamu irratti raawwatameen namoonni 9 madaayuu ibsame
Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa akka ibstetti, haleellaa Bombii kaleessa galgala buufata Poolisii Kora Bittinneessaa Oromiyaa magaalaa Burraayyuu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Ibidaa Magaalaa Jimmaa keessatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 11 shallagamu barbadayuu ibsame
Ajajaan Poolisii Magaalaa Jimmaa Komaandar Abdurrazaaq Naggaa Tajaajila Odeeyfannoo Ityoophiyaatti akka himetti, ibiddi halkan edaa naannawa magaalatti Markaatoo jedhamuun beekamu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

(no title)
Ministeerri dhimmoota namoomaa biyyattii akka jedhetti, balaa baaburaa ganama har’aa Kibba Baha Kongoo Naannoo Taangaanikaa keessatti muudate kanaan yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanaa qabxii seensa yunivarsitii bara 2012 ifa godhe
Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanaa qabxiin seensa yunivarsitii bara 2012 gosa barnoota afur irratti kan hundaayu akka tahe ibse. Kunis…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeera Israa’el dachii Falasxiin humnaan gara Israa’elitti kutuuf dhaadate
Muummichi ministeera Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahu duula na filadhaa geggeessaa jiru ilaalchisee, Kiibxata kaleessaa haasaya Televizhina biyyattiitiin kallattiin dabreen, ” irra…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Tramp qondaala ol’aanaa dhimma nageenya Ameerikaa John Bolton aangoo irraa ari’e
Prezdaant Donald Tramp Waayithawusitti itti gaafatamaa dhimma nageenyaa kan ta’e, John Bolton aangoo irraa ari’uu ibsa har’a Twitter isaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ruwaandaan baqattoota Liibiyaa keessa jiran jidduu muuraasa fudhachuuf UNHCR waliin walii galtee mallatteessite
Ruwaandaan baqattoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensii Baqattootaa, UNHCR jalatti galmaahanii yeroo ammaa Liibiyaa keessatti argaman jidduu, baqattoota 500 fudhachuuf waadaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli mootummaa Ityoophiyaa ministeera haajaa alaatiin durfamu daaw’annaa hujiitiif Raashiyaa seene
Jilli mootummaa Ityoophiyaa ministeera haajaa alaa obbo Gadduu Andaargachewtiin durfama kaleessa galgala gara Raashiyaa kan imale yoo tahu, jilli kun…
Guutuu Dubbisi »










