-
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Falasxiin walii galtee kanaan dura Israa’el waliin qabu hunda ugguruu beeksise
Prezdaant Mahmuud Abbaas Dhaabbata Bilisummaa Falasxiin PLO waliin eega mari’atee booda kaleessa galgala ibsa kenneen, “Qabsoo Falasxiin humnaan cabsuuf weerara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaantiin Tuniiziyaa Beji Sa’id Essebsi amrii tahe
Manguddoon waggaa 92 Prezdaant Beji Sa’id Essebis June dabre irraa jalqabee dhukkubsatuun yaalamaa kan ture yoo tahu, ganama har’aa amrii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaa Boombii Waajjira Kantiibaa Magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen qondaaltonni biyyattii heddu madaahuu gabaafame
Qondaalli Poolisii Somaaliyaa Kolonel Muhammad Abdi AP’f akka himetti, har’a waaree booda qondaaltonni mootummaa dhimma nageenyaa irratti osoo mari’ataa jiran,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boris Johnson Muummicha ministeera Briteen tahuun muudame
Rifarandamii June 23, 2016 geggeeffameen, umaatni Briteen Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf sagalee caalmaa taheen eega murteessee booda, mootummaan biyyattii hariiroo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Komishiinni Daldala Federaala Ameerikaa, Dhaabbata Facebook Dolaara biiliyoona 5 adabe
Kaampaaniin Facebook daataa maammiltoota isaa qaama sadaffaaf dabarsee kennuun eega himatamee booda, Komishiinni Daldala Federaala Ameerikaa dhaabbaticha irratti qorannoo jalqabee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Fayyaa Vaayirasiin iboolaa gara Ityoophiyaa akka hin seenne too’anna cimsuu beeksise
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO’n torbee dabre dhibeen iboolaa akka haarayaatti Koongoo-DRC keessatti ka’e, sadarkaa sodaa hawaasa addunyaa irra gahuu labsee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mannii Maree Naannoo Kibbaa naannichi Komaand Postiin akka hogganamu murteesse
Magaalaa Hawaasaa dabalatee Godinaalee fi aanaalee naannicha hunda keessatti too’annoon nageenyaa humna Federaalaa jalatti akka hogganamu murtaaye. Mootummaan naannichaa nageenyi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Obbo Ahmad Buuh sadarkaa Itti aanaa Kantiibaatti hogganaa magaalaa Dirree Dhawaa ta’uun muudame
Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa wal gahii ariifachiisaa guyyaa har’aa geggeesseen, gaaffii Kantiibaan magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Mahdii Giree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boris Johnson hogganaa Paartii Britaaniyaa bulchaa jiruu tahuun filatame
Muummittiin Ministeera Britaaniyaa Teresa May taayitaa gad lakkisuuf eega murteessitee booda, Paartiin “Conservative”kan biyyattii bulchaa jiru har’a kantiibaa magaalaa London…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Iiraan namoota 17 Ejensiin Basaasa Ameerikaa CIA’n leenjisee biyattii keessa bobbaase qabuu beeksiste
Qondaaltonni tika Iiraan ibsa kennaniin, namoonni shakkamanii qabaman hundinuu lammiile Iiraan yoo ta’an, waa’ee niwkilara biyyattii, iccitii humna waraanaa fi…
Guutuu Dubbisi »










