-
Eeshiyaa

Maaleezhiyaan Dr. Zaakir Naayik Indiyaaf dabarsitee kan hin kennine tahuu beeksiste
Mootummaan Indiyaa bara 2016 irraa eegalee hayyuu Islaamaa Dr. Zaakir Naayik irratti, himannaa dharaa “namoota Shororkeessummaaf kakaasuu fi maallaqa seeraan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Galoo Galaana Omaan keessatti Markaboonni lama rukutamuu gabaafame
Markaboota lamaan jidduu takkaa Abu Dabii irraa gara Taaywaan kan imalaa turte yoo tahu, tan lammataa ammoo Sa’uudii irraa gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin Ulamaa’ota Godina Baalee Magaalaa Roobeetti geggeeffamaa jira
Konfiransiin kun guyyaa kaleessaa kan jalqabame yoo tahu, hanga guyyaa boruutti itti fufa. Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni 200 ol aanaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aalimni guddaan Sheikh Amaan Sheikh Hasan Muhammad gama ganda aakhiraa godaanan
Sheikh Amaan Sheikh Hasan Muhammad (Sheikh Amaan Marfoo) Yeroo dheeraaf Magaalaa Adaamaa Masjiida Abubakar keessatti barnoota diin Islaamaa hawaasa isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Finciltoonni Huusii buufata Xiyyaara Sa’uudii irratti raawwataniin yoo xiqqaate namoonni 26 madaayan
Dubbi himaan Gamtaa Waraana Arabaa Koloneel Turki Al-Maliki ejensii odeeyfannoo Sa’uudiitiif akka ibsetti, finciltoonni Huusii Kibba Baha Saa’uudii buufata xiyyaara…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Manni Marii Waraana Suudaan fi Gamtaan mormitootaa yaada araaraa Ityoophiyaan dhiheessite irratti marii jalqabuuf akka tahan ibsame
Mootummaan Ityoophiyaa wal dhabbii Suudaan keessatti uumame jaarsummaan furuuf carraaqqii jalqabuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan Dr. Abiy Ahmad torbee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Harargee Lixaatti Dubartoonni 3 Dahanii Qormaata Biyyoolessaa fudhataa jiran
Haawwaliin sadeen Barattoota kutaa 10ffaa qormaata bara kanaatiif qophaa’aa turan yoo tahu, Sagantaan qormaata Biyyooleessa kutaa 10ffaa guyyaa isaan dahaniin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Falasxiin Ambaasaaddara Ameerikaa irratti himannaa kan banu tahuu beeksise
Israa’elitti Ambaasaaddarri Ameerikaa David Freidman gaaffii fi deebisaa gaazexaa New York Times waliin godheen “israa’el dachii Falasxiinotaa humnaan qabatte dhuunfachuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Kibbaa Godina Sidaamaa Aanaa Burraatti barattoonni guyyaa iidaatiin akka qormaataman kan dirqisiifaman tahuu ibsame
Barattoonni aanichaa Raadiyoo Nagaashiitiif akka ibsanitti, qondaaltonni biiroo barnoota aanaa Burraa barsiisto jibbiinsa amantaa Muslimaa qaban waliin tahuun,manneen barnootaa 17…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa Suudaan xumuruun gara Finfinnee deebi’e
Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu ganama har’aa gara Suudaan imaluun, haala nageenya biyyattii irratti qondaaltota mana marii waraana Suudaan…
Guutuu Dubbisi »










