-
Awustraaliyaa

Muummittiin ministeera Niiw Ziilaand Azaanni Jum’aa dhufuu Raadiyoo fi Televizhiinaan akka dabru ajaja dabarsite
Haleellaa Jum’aa dabre Niiw Zilaand keessatti shororkeessaan ol’aatummaa warra adii leellisu masjiidota lama irratti raawwateen muslimoota 50 ajjeefamanii 40 ol…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Daaw’annaa hujii biyyoota galoo galaana Arabiyaa itti fufuun har’a Abu Dabii seenee jira
Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa gara Qaxar imaluun Amiira biyyattii Sheikh Tamiim Bin Hammaad Al-Sani fi muummicha ministeeraa Abdullaah Bin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti namoonni 5 humnoota hidhattootaan ajjeefamuu gabaafame
Biiroon dhimmoota Kominikeeshiinii Oromiyaa ibsa baaseen, namoonni shanan har’a Bittoteessa 10, 2011 ganama naannoo sa’aa 1:30tti ganda Humna Waaqayyoo jedhamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif Qaxar seene
Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraatiin durfamu ganama har’aa Doohaa kan seenee yoo tahu, Ministeera Traanspoortii fi Kominikeeshinii Qaxar Jaasim Bin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

“‹”‹Balaa Bubbee Mozaambikitti muudateen lubbuun namoota 1000 ol dabruu gabaafame
Mozaambik khamiisa darbe irraa kaasee Hobomboleettii Idai jedhamtu, kan sa’aa tokko keessatti kiloomeetira 177 saffistuun dhahamaa jirti. Prezdaantii biyyattii Filipe…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Jimmaa Magaalaa Limmuu Sunxuutti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa Muhaadaraa kanaa ijaarsa masjiidaatiif galii walitti qabuu yoo tahu, abbootiin qabeenyaa fi hawaasni muslimaa magaalattii lakkoofsaan heddu tahe…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Balaa lolaa Indooneezhiyaa keessatti muudateen lubbuun nama 58 dabruu gabaafame
Rooba cimaa Indooneezhiyaa keessatti roobaa jiru hordofuun, balaa lolaa baha biyyattii kutaa Papuwaa keessatti muudateen namoonni 58 ol kan du’an…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Aboomsaatti geggeeffamaa jira
Godina Arsii aanaa Arba Guuguu magaalaa Abboomsaatti sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa naannichaatiin qophaa’e bifa ho’aan kan…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Turkiyaan jila Itti aanaa Prezdaantii biyyattiitiin durfamu gara Niiw Ziilaand ergite
Haleellaa shororkeessitoonni kaleessaa Niiw Ziilaand keessatti muslimoota irratti raawwataniin namoonni 49 ajjeefamuun 40 ol ammoo madaayaniiru. Turkiyaa dabalatee biyyoonni muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aalimni biyya Keenyaa Guddaan Dr Jeylaan Khadiir Konkolaataa badhaafaman
Aalimni biyya keenyaa guddaan Dr Jeylaan Khadiir hanga har’aatti Makiinaa ittiin socho’an kan hin qabne yoo tahu, daldaltoonni magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi »










