-
Og-Barruu

Dhiirri Roomaa Durii yeroo barbaadetti ilma isaa ajjeesuu mirga qaba
Qaroomina addunyaan teenya argite keessaa inni tokko qaroomina Roomaa duriiti. Bulchiinsi Roomaa haalaan bal’aa ture. Biyyoota Awrooppaa heddu, Ardii Afriikaatii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Pademelon: Kaangaaroo Xiqqaa
Uumama ardiin Awustiraaliyaa qofti ittiin beekamtu kana maqaan isaa Pademelon jedhama. Sanyiiwwan marsupial ykn ammoo warra garaa jalaa korojoo qaban…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Yeroo 5 Aangoo Qabatee, Yeroo 4 Aangoorraa Fonqolchame
Aangoon waan ilmi namaa akkaan bololuuf keeysaa takka. Nama heddutu hogganaa biyyaa tahuuf hawwa. Warra hawwu keessaa gariin karaa haqaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Harki Namticha Kanaa Harka Nama Afuriitiin Wal Qixa
Jeff Dabe jedhama. Lammii Ameerikaati. Namni kun harka guddicha qabaachuudhaan addunyaarraa nama addaati. Harka guddaa yoo jedhamu isa Ispoortiidhaan guddate…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bishaan Qurxummiin Kun Keessa Jirutti Hin Dhihaatinaa!
Rabbiin keenya uumama gosa garagaraa uumee dachii tana ittiin faayee jira. Dizaayiniin adda addaa kan uumamaalee kanniin keessa jiru, qalbii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qaamni Namticha Kanaa Waan Irra Kaayan Hunda Ofitti Maxxansa
Jamie Keeton jedhama. Lammii Ameerikaati. Akka addunyatti Can Head jedhamuun beekkama. Namticha mataa Xaasaa jechuu fakkaata. Maqaa kana wanti argateef…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Lootuu Sheeyxaanaa
Maqaan uumama kanaa Moloch jedhama. Maqaa biraa lootuu qoree ykn ammoo lootuu sheeyxanaa jedhamuunis ni waamama. Uumamni kun naannawa gammoojjii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Sakandii Takka Takkaan Daa’imman Afurtu Dhalata
Addunyaan teenya ummata biiliyana 7.5 ol qabdi. Lakkoofsi kun haalaan guddaa fakkaata. Waan dachiin dhiphattee namni bakka qubatu hin arganne…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Jeedala Namatti Madaqee Jiraatu
Uumamni kun sanyii Jeedalaati. maqaan isaatis Feeneek Fooks (Fennec Fox) jedhama. Feeneek Fooks sanyiilee Jeedalaa keessaa isa irra xiqqaadha. Sanyiin…
Guutuu Dubbisi »










