-
Og-Barruu

Bataskaana Kana Keessatti Maaltu Dhokfame?
Ilmi namaa hundi waan namarraa dhoyfatu qaba. Namuu waan mul’ifachuu fedhu bareechee ija namaa dura kaaya. Waan dhoysaa ammoo bakka…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Hormaanni Uumama Kanaa Hedduu Nama Ajaa’iba
Bineensi kun Tuatara jedhama. Tuataran sanyii lootuu biyya Niiwziilaand keessatti qofa argamuudha. Ardii Niiwziilaand irra dur hantuutni waan hin jirreef,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Seenaa Sheikh Aadam Tuulaa Gabaabinaan
Maqaan guutuun Sheikh Aadam Ahmad, Hammarroo, Shankoor, Moomad, Usmaan, Halloo, Al Hararii Jedhamuun beekaman. Hundeen isaanii Noolee Gosa Afran Qalloo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Aadam Tuulaa Gara Ganda Aakhiraa Godaanan
Innaalillaahi wa innaa ilayhi raaji’uun. Abbaa ulamaa’ii hedduu kan tahan Sheikh Aadam Ahmad Hammarroo (Sheikh Aadam Tuulaa) Guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Uumama Fedhii Fooniitiif Jecha Wal Ajjeesu
Uumamni kun sanyii kurupheeti. maqaan isaatis Saiga jedhamuun beekkama. Saigan gosa lamaa qaba. Isaanis Saiga tatarica fi Saiga Mongolica jedhamu.…
Guutuu Dubbisi » -
Qormaata

-
Og-Barruu

Qaama namaa keessaa kan yoo murame deebi’ee biqilu beeytuu?
Qaama ilma namaa keessaa isa kamtu haalaan barbaachisa jennee osoo gaafannee namuu Onnee jedhee deebisuu mala. Dhugaadha onneen wiirtuu qaama…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qoffeen allaattii kanaa haga ciqilee tokkoo dheerata
Allaattiin kun Pelikaan(Pelican) jedhama. Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis saddeettu jira. Sanyiiwwan…
Guutuu Dubbisi »










