-
Og-Barruu

Kamtu Qeerransa?
Waggoota dabran 6f waa’ee bineensota garagaraa isiniif dhiheessaa turree jirra. Yeroo kanatti uumamaalee beeknuu fi hin beekne hedduun wal barree…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattii Qoffee Kophee
Biyya olla teenyaa tan taate Sudaan irraa kaasee haga Zaambiyaa uumama bal’ifatee jiraatu tokko waliin daawwanna. Uumamni kun dachii bal’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensi Kun Ameerikaa Keessatti Ifaa Dhaamsaa Biyya Rakkise
Dhaabbanni humna ibsaa Ameerikaa akka himetti, bineensi squirrel jedhamu irra deddeebiidhaan ifaa Ameerikaa hedduu balleessuun beekama. Ameerikaa keessatti ifaan yeroo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haaji Sa’idoo Muhammad gara Ganda Aakiraa godaanan
INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Haaji Sa’idoo Muhammad dhalataa godina Wallooti. Markaza Hifzii Qur’aanaa fi Masjida iddoowwan gara garaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Soorata Hiyyeeyyii Kan Amma Sooreyyiin Dhuunfatan
Uumamni qaajjibbuun wal fakkaatu kun Lobster jedhama. Biyyoota heddu keessatti soorataaf oola. Keessumattuu Jaarraa 18ffaa dura soorata hiyyeeyyiifi gabrootaa ture. …
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dhala irraa bilisa Majlisa waliin hojjachuuf walii galtee mallatteesse.
Hoggantoonni Mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa; hoggansa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa waliin marii bal’aa eega taasisanii booda, dhimmoota heddurratti waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Naayjeeriyatti re’een tokko hannaan shakkamee hidhame
Barruu amma duraa keessatti allaattiin paaroot jedhamtu nama arrabsitee hidhamuufi, lukkuun kormaan hanqaaquu buusnaan ibiddaan gubamee ajjeefamuu isinii dhiheessinee turre.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa dhaltuu 9 kophatti dhuunfatee waliin jiraatu
Maqaan bineensa kanaa Guwaanaakoo (Guanaco) jedhama. Biyyoota akka Arjantiinaa, Chiilii, Peeruu, Paaraagwaay fi biyyoota Ameerikaa Kibbaa kanneen biroo heddu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Allaattiin Paaroot Nama Arrabsitee Hidhamte
Ilmi namaa yoo yakka dalage ni adabama. Nama badii hojjate mootummaan hidhee murtii isaan malu itti mura. Bineensonnis yakka ni…
Guutuu Dubbisi »










