-
Odeeyfannoo
Doonaald Traamp Magaalaan Al-Quds Magaalaa Guddoo Israa’eliiti Jechuun Labse.
Prezdaant Traamp bara dabre yeroo duula filaannoo gaggeeysaa tureetti wantoota wadaa ummata Ameerikaatiif gale keessaa tokko, Imbaasii Ameerikaa kan Telaaviiviitti…
Guutuu Dubbisi » Lammiileen Falsxiin Murtii Ameerikaa mormuun hiriira mormii guyyaa sadihiif turu jalqaban
Donaald Traamp labsii “magaalaa Al-Quds/Jerusalem magaalaa guddoo Isra’eeliiti” jedhu Arba’aa hardhaa kan beeksisu tahuu Waayit Haawus eega mirkaneessee booda, biyyoonni…
Guutuu Dubbisi »Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan hime.
Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan kan hime tahuun gabaafame.…
Guutuu Dubbisi »-
Eeshiyaa
Biyyoonni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa walgahii idilee jalqaban
Walgahiin idilee biyyoota galoo galaana Arabiyaa Magaalaa Kuweeyt keessatti guyyaa har’aa kan jalqabame yoot tahu, Amiirri Kuweeyt Shekh Sabaah Al…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Sa’aad Hariirii labsii taaytaa gad lakkisuuf baasee ture guutumatti kan kaase tahuu beeksise.
Muummichi ministeera Lubnaan Sa’aad Hariirii ji’a dabre keessa Sa’udii irraa taaytaa kan gadi dhiise tahuu beeksisuun isaa ni yaadatama. Mootummaan…
Guutuu Dubbisi » Prezdaantiin Turkiyaa, Magaalaan Al-Quds sarara diimaa tuqamuu hin qabne jechuun akeekkachiise
Doonaal Traamp magaalaan Al-Qudsi magaalaa guddoo Israa’eeliiti jechuun labsuuf qophaayaa jiraachuun isaa ni beekama. Biyyoota mormii cimaa dhageessisaa jiran keessaa…
Guutuu Dubbisi »-
Eeshiyaa
Alii Abdallaah Saalih ajjeeffame
Prezdaantiin Yaman kan duraanii Ali Abdallaah Salah, haleellaa gareen Huusii mana jireenyaa isaa magaalaa Sana’aa keessatti argamuĀ irratti raawwateen kan…
Guutuu Dubbisi » Ameerikaa Magaalaa Miniyaapolis keessatti Wiirtuun Islaamaa Tawfiiq Eebbifame.
Wiirtuun Hawaasa Oromoo Muslima Ameerikaa Kaabaa Kutaa Mineesotaa keessa jiraataniin ijaarame guyyaa kaleessaa kan eebbifame yoo tahu, Sagantaa eebbaa kana…
Guutuu Dubbisi »Bulchiinsi Falasxiin dhimmaa Al-Qudsi irraatti walgayiin ariifachiisaan akka waamamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Falasxiin Riyaad Al-Malik, Dhaabbiileen Gamtaa Biyyoota Arabaa fi Gamtaan Biyyoota Islaamaa, dhimma Al-Qudsi irratti mari”achuuf walgahii hatattamaa…
Guutuu Dubbisi »