-
Odeeyfannoo

Masjiidu Towfiq kan Magaalaa Minneapolis keessatti argamu balaa ibiddaatiin miidhamuu gabaafame
Masjiidni guddaan Hawaasa Oromoo kutaa Minnesota magaalaa Minneapolis keessatti argamu, kan Towfiq Islamic Centre jedhamu sababa hin beekamneen gubachuu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaa Kibbaatti ogeeyyoonni Fayyaa 500 COVID-19’n qabamuu gabaafame
Qorannoo COVID-19 ogeeyyota fayyaa biyyattiif taasifame hordofuun, namoonni 511 dhibee kanaan faalamuu ministeerri Fayyaa biyyatti ibse. Haaluma kanaan Ogeeyyoota fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 239 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 2171 geggeesseen, nama 29 irratti vaayirasiin koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Waraanni Ityoophiyaa Xiyyaara Keeniyaa dogongoraan rukutuu amane
Gamtaa Afrikaatti humni nageenyaa Kabachisuuf Somaaliyaa keessatti argamu AMISOM akka beeksisetti, Waraanni Ityoophiyaa dogongoraan Xiyyaara Keeniyaa rukutuu beeksise. AMISOM ibsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Donald Tramp Yaalii fonqolchaa Prezdaantii Venezweelaa irratti rawwatame keessaa harka kan hin qabne tahuu beeksise
Mootummaan Venezweelaa jalqaba torbee kanaa, loltoota Ameerikaa lama dabalatee hidhattoota 31 prezdaantii biyyattii angoo irraa fonqolchuuf, galaanaa irraan gara biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ganda tokkorraa abbootiin warraa 67 Islaamawan
Godina Booranaa aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaaballootti Da’awaa dargaggoonni naannichatti wal ijaaruun godhaniin guyyaa kaleessaa abbootiin warraa 67 gahan, kanneen…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee miiliyoona Afuritti (3,969,710) dhihaate
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee miiliyoona Afuritti (3,969,710) dhihaate. Lakkoofsi namoota sababa vaayirasichaa du’anii 273,744 kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Murtii Ol’aanaan Nannoo Amaaraa qondaaltota mootummaa duraanii lama irratti adabbii hidhaa fi maallaqaa murteesse
Qondaaltonni mootummaa duraanii ol’aanoon Obbo Barakat Sim’oon fi Obbo Taaddasaa Kaasaa, maalamaltummaan himatamanii waggaa tokko dura qabamanii hidhamuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ogeeyyonni Fayyaa Afgaanistaan 300 ol Vaayirasii koroonaatiin qabamuu gabaafame
Afgaanistaan keessatti hanqina meeshaa ittisa Vaayirasiitiin wal qabatee, ogeeyyoonni Fayyaa baay’inaan vaayirasichaaf saaxilamaa jiraatuu gabaafame. Qondaaltonni Fayyaa biyyattii akka jedhanitti,…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 187 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1,843 geggeesseen, nama 25 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi »








