-
Ibaadaa

DILII FI TOWBAA
Dhaamsa ajaa’ibaa Ibnu Qayyim al Jowziin dubbate kana qalbisaa. Dilii fi Towbaa irraa haasawee.. Namni Dilii ifii irraa sodaachuu qaba.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee keessatti rooba cimaa cabbii makatee robeen daandiin makiinaa cufamuu gabaafame
Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Ashookaa jedhamu keessatti, Alhada har’aa bokkaan cimaan cabbii makatee roobe, haala kanaan dura mul’atee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa lakkoofsi namoota Vayirasiin Koroonaa irratti argamee 11 gahuu ibse
Ministeerri Fayyaa ibsa Alhada har’aa baaseen, Ityoophiyaa keessatti Bitoteeysa 3/2012 namni jalqabaa Vayirasii Koroonaatiin qabame argamuu eega mirkanaahee booda, lakkoofsi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname
1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jum’aatis ta’ee salaata Jama’aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Maleezhiyaan Weerara Vayirasii Koroonaa biyyattii keessatti hammaate to’achuuf daangaa biyyoota ollaa waliin qabdu hunda cufte
Biyyi ollaa Chaayinaa hanga Jalqaba ji’a kanaatti weerara Vayirasii Koronaa biyyoota naannichaa cinqaa ture to’achuu isiitiin dinqisiifamaa turte. Haata’u malee…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Du’aa’iin akkamitti qeebalamti?
Du’aa’iin akkamitti qeebalamti? Rabbiin na kadhaa isiniifiin qeebala je’e jira. Garuu kadhaa nuti isa kadhannu akka qeebalamtu seeraa fii heera…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Kongiresii Federaalawa Oromoo Mootummaan uggura Interneetii akka kaasu gaafate
Paartiin Kongiresii Federaalawaa Oromoo ibsa baaseen ittisa weerara dhibee Koroonaatiif jecha, Lixa Oromiyaa keessatti Intarneetni adda citee ture akka deebi’uu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manneen Murtii Federaalaa hujii idilee isaanii torbee lamaaf akka dhaaban murtaa’e
Prezdaantiin Mana Murtii Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii akka beeksistetti, Manneen Murtii Federaalaa tamsa’ina Vayirasii Koroonaa ittisuuf jecha Bittooteeysa 10-24/2012tti himannaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Kadhaa Rabbiitu caala
Rabbi kadhachuun hundarra caala Du’aa’ii godhatuun sadarkaa guddaa qaba. Rabbiin warra isa kadhatuuf qeebaltii beellama seenee jira. Rabbiin ol tahe…
Guutuu Dubbisi »








