-
Odeeyfannoo

Magaalaa Hararitti waajjira Koongirasii Federaalawaa Oromoo irratti haleellaan raawwatame
Dura-taa’aan Koongirasii Federaalawaa Oromoo Pirofeesar Mararaa Guddinaa OMNtti akka himetti, haleellaa qaamota gurmaa’aniin waajjira paartichaa irratti raawwatameen miidhaan qabeenya irra…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mootummaan Liibiyaa fi Hidhattoonni Jeneraal Khaliifa Haftaariin hogganaman marii araaraa jalqabuuf akka tahe gabaafame
Lola mootummaa Liibiyaa beekkamtii UN qabuu fi hidhattoota Jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganaman, kanneen waraana biyyoolessa Liibiyaa jechuun of moggaasan jiddutti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Baqattoonni Itoophiyaa biyya Liibiyaatti argaman, dhaabbanni UNHCR addatti dhiibbaa nurratti godhaa jira jedhan
Baqattootni Ityoophiyaa, biyya Liibiyaa Kaampii magaalaa Tiripoolii gara garaatti to’annaa hidhattootaa jalatti, kolugaltummaan jiraataan, lola hamaa mootummaa Liibiyaa fi hidhattoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoomaan awwaannisaa Godinoota Oromiyaa gama Kibbaa fi Kibba Bahaa keessatti muudate miidhaa hamaa dhaqqabsiisaa jiraatuu ibsame
Hoomaan awwaannisaa kun Godinoootaa Baalee, Arsii Lixaa, Gujii, Gujii Lixaa fi Boorana keessatti kan babal’ate yoo tahu, biqiltuu lafa heektaara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Seeneetiin Ameerikaa adeemsa himannaa Donaald Traamp irratti banamee ifatti jalqabsiise
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata Ameerikaa adeemsa himannaa Donaald Tramp irratti banamee, Khamiisa kaleessaa miseensota koree adeemsa himannaa fi murtii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni Majliisa Federaalaa fi Oromiyaa mootummaa irraa komii cimaa kan qaban tahuu ibsan
Waltajjii marii Ministeerri Nageenyaa fi Gamtaan Dhaabbilee Amantii dhiheenya geggeesse irratti, hoggantoonni Majliisa federaalaa fi Majliisa Oromiyaa mootummaa irraa komii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Magaaloota gara garaatti, tajaajila baankii dhalarraa bilisa eebbisiise
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisa tahe kennuuf, magaaloota gara garaatti dameewwan isaa banaa jira. Haaluma kanaan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mariin dhimma hidha laga Abbaay irratti geggeeffamaa jiru danqaa keessa galuu gabaafame
Ministeeronni haajaa alaa fi Ministeeronni Bishaanii Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan, dhimma hidha laga Abbaay irratti marii marsaa 5ffaa Washington DC…
Guutuu Dubbisi »










