-
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad haala yeroo irratti ibsa kenne
Muummichi ministeera ibsa har’a waaree booda kenneen, walitti bu’iinsa tibba kana uumamee tureen lubbuun namoota 86 kan darbe yoo ta’u,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjida dhihoo magaalaa Adaamaatti gareewwan jibba Islaamummaa leellisaniin diigame ijaaruuf mariin geggeeffame
Torbee dabre keessa masjidni magaalaa Adaamaa ganda 01 iddoo dhalattoonni Oromoo naannoo Soomaalee irraa buqqifaman itti qubsiifamanitti argamu, gareewwan jibba…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Shashamanneetti kan argamu Markazu-Na’iim barattoota 100 Hifzii Qur’aanaatiin eebbise
Masjida Abu-Bakr kan magaalaa Shaashamannee jalatti kan argamu, Markazni Hifzii Qur’aana, Markazu-Na’iim guyyaa har’aa barattoota barsiisaa ture 100 hifzii Qur’aanaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Amaaraa Godina Wolloo keessatti Majliisni ulamaa’otaa fi hayyoota gurguddoo hammate hundeeffamuu gabaafame
Korri Ulamaa’onni fi hayyoonni Wolloo gurguddoon irratti hirmaatan magaalaa Dasee keessatti kan geggeeffamaa ture yoo tahu, Alhada har’aa Majliisni Muslimoota…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Boombii daangaa Suuriyaa fi Turkiyaa irratti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 13 ajjeefamuu gabaafame
Haleellaa boombii konkolaataa irratti kiyyeeffame kan har’a magaalaa Xal Abyad jedhamtu keessatti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 13 ajjeefamuu fi 30…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muslimoonni naannoo Amaaraatti sababa amantaa isaaniif qe’ee fi qabeenya irraa buqqifaman hanga ammaatti furmaata hin arganne
Naannoo Amaaraa godina Gondar aanaa Salaree ganda qotee bulaa Wefxeegee jedhamu irraa abbootiin warraa 40 tahan sababa amantaa isaaniif buqqifamanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoomaan awwaannisaa Godina Harargee keessatti lafa midhaanii heektaara kuma 12 ol irra qubate.
Hoomaan awwaannisaa kun Godinoootaa Harargee Bahaa fi Lixaa aanaalee 11, Gandoota 143 keessatti kan muudate yoo ta’u, hanga ammaatti lafa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Umar bin Al-Khaxxaab yoom rafa?
Gaafa tokko Mu’awiyaa binu Khudeeyji biyya Misraa irraa injifannoo Iskandariyaatti argatan itti gabaasuuf Madiinaa dhufe. Hoggaa inni masjida ol seene…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhimma hidha laga Abbaay irratti paarlamaan Arabaa ‘Masri waliin dhaabbanna’ jedhe
Pirezdaantiin paarlamaa biyyoota Arabaa Mish’al al Salmii, dhimma hidha laga Abbaay itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuufi ejjannoo mootummaa Masrii waliin kan…
Guutuu Dubbisi »









