-
Eeshiyaa

Balaa lolaa Kibba Eeshiyaatti muudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 100 darbe
Rooba cimaa kibba Eeshiyaa kessatti roobaa jiru hordofuun, balaa lolaa Indiyaa, Neppaal, Baangilaadhishi fi Paakistaan keessatti muudateen namoonni 100 ol…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Caffeen Oromiyaa baajata bara 2012 Birrii Biiliyoona 70.16 raggaasise
Caffeen Oromiyaa bajata bara 2012 birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona 100 fi kuma600 raggaasise. Bajata kana keessaa bajata naannawaa birrii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbileen ABO lama walitti makaman
Addi Bilisummaa Oromoo Qaama Cehuumsaa fi Addi Bilisumma Oromoo Tokkoomee eega akka dhaaba tokkotti walitti ititaniin booda kora waliini taasisaniin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Imaltoota Hajjiitiif Sagantaan Geggeessaa godhame.
Sagantaa Geggeessaa kana irratti Ityoophiyaatti Ambaasaaddara mootummaa Sa’udii fi Prezidaantiin mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa argamanii jiran. Prezidantiin Mana Marii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Dimokraatawaa Amaaraa Obbo Tamasgen Xiruneh Prezdaantii naannichaa akka tahu kaadhime
Koreen Jiddu Galeessaa Paartii Dimokraatawaa Amaaraa ADP wal gahii guyyaa sadihiif geggeessaa ture kan xumure yoo tahu, Obbo Yohannis Buwayaalewu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Emreets deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 Ityoophiyaa kennuuf walii galtee mallatteessite
Walii galtee kana gama Ityoophiyaatiin ministeer deettaa Ministeera Maallaqaa Obbo Admaasuu Nabbabaa, gama Emreetsin ammoo daayrektara boordii Kalif Fund Huseen…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee haga filannoon geggeeffamutti injinar Taakkala Umaa aangoo hoggansa magaalaa akka itti fufu murteesse
Injinar Taakkala Umaa I/A Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee tahuun waggaa dabre kan muudame yoo tahu, Manni Marii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yeroo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Manni Marii Waraana Suudaan yaalii fonqolcha mootummaa fashaleessuu beeksise
Hoggantoonni mana marii waraana Suudaan fi gamtaan mormitootaa akkaata walii galtee nageenyaa dhiheenya mallatteessaniitiin, haala raawwii hundeeffama mootummaa ce’umsaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Faransaay Dhaabbilee teeknoolojii gurguddoo irra kaffaltii gibira dabalataa keette
Paarlaamaan Faransaay Google fi Facebook dabalatee dhaabbilee teknoolojii irratti dabalataan gibira 3% kan labse yoo tahu, Ameerikaan murtii Faransaay kana…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Hadiisa 10 qabeenya Umamaa fi kunuunsa Naannoo Ilaalchisee
Qophii: Abbaas Ibnul Islam Wantoota Yeroo ammaa Addunyaa Cinqaa jiru keessaa tokko haphachuu qabeenya uumamaa fi faalama qilleensaati. Sabaaba faalama…
Guutuu Dubbisi »










