-
Odeeyfannoo

Hambaan Masjiidaa umrii dheeraa qabu naannawa Israa’el humnaan qabatte keessatti argame
Hambaan Masjiidaa naannawa Israa’el humnaan qabatte kan Gammoojjii Nejev jedhamu keessatti argame kun yoo xiqqaate waggaa 1200 ol dura kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Markaba seeraan ala boba’aa fe’attee imalaa turte too’annaa jala oolchuu beeksiste
Humni eeggumsa Warraaqsa Iiraan Markaba biyya biroo seeraan ala boba’aa fe’attee daangaa galaana biyyattii keessa qaxxaamuraa turte too’annaa jala olchuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a Asmara seene
Ministeerri Odeeyfannoo Eertiraa Yamaane Gabramasqal akka ibsetti, jilli mootummaa Ityoophiyaa Dr. Abiy Ahmadiin durfamu daaw’annaa hujii guyyaa lamaatiif har’a ganama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kongirasiin Ameerikaa dubbii prezdaant Traamp “haasaya jibbiinsa sanyiiti”jechuun balaaleffate
Prezdaant Traamp dubartoota miseensota Kongirasii Ameerikaa afur ilaalchisee “jarri kun bakka irraa dhufanitti deebi’anii maaliif biyyoota isaanii hin gargaarre”jechuun Twitterii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Xiyyaarri imaltoota Hajjii fe’atee bahuuf ture rakkoo teeknikaa muudateen haga ammaa Ityoophiyaa irra kan hin bahin tahuu beekame
Isniina dabre sagantaan geggeessaa imaltoota Hajjii iddoo hoggantoonni mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa fi Ambaasaadarri Sa’uudii argamanitti geggeeffamuu akkasumas imalli…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaaffii Zooniin Sidaamaa naannoo ta’uuf dhiheeffate ilaalchisuun ibsa kenne
Manni Maree Zooniin Sidaamaa karaa Mana Maree Naannoo Kibbaatiin, rifarandamiin akka gaggeeffamuuf Boordii Filannoo Biyyoolessatiif Sadaasa 12,2011 gaaffiin kan dhihaatee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Selam Foundation Mana Marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaatiif deeggarsa birrii 300,000 kenne
Hoggansi Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ji’a tokko dura gara aangoo dhufe, rakkina bajataa isa qunnameen maallaqni miindaa hojjattootaa ji’a…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Sa’uudii maatii lammiilee Niiwuziilaand haleellaa shorokeessitootaatiin ajjeefamanii jidduu nama 200 carraa Hajjii kennuu beeksise
Mootummaan Sa’uudii maatii lammiilee Niiwuziilaand kanneen March dabre haleellaa shorokeessitootaatiin lubbuu dhaban jidduu nama 200, baasii barbaachisu hunda danda’uun carraa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Manni Maree Waraana Suudaan fi Gamtaan mormitoota sanadii adeemsa raawwii hundeeffama mootummaa ce’umsaa qopheessuun waliif mallatteessan
Hoggantoonni mana marii waraana Suudaan fi gamtaan mormitootaa akkaata walii galtee nageenyaa dhiheenya irra gahaniitiin, haala raawwii hundeeffama mootummaa ce’umsaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gamtaan Awrooppaa deeggarsa Doolaara Biiliyoona tokkoo fi miiliyoona 500 Ityoophiyaa kennuuf walii galteen mallattaaye
Deeggarsi maallaqaa Gamtaa Awrooppaa irraa argame kun lammiilee Ityoophiyaa 400,000’f carraa hojii uumuuf kan oolu tahuu ibsame. Kessummattu maallaqni kun…
Guutuu Dubbisi »










