-
Odeeyfannoo

Koreen Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa, “Majliisni dhaaba muslimoota hunda hammatu tahuu qaba”jechuun ibsa baase
Ibsa koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin hundeeffame Khamiisa dheengaddaa baase hordofuun, Koreen furmaata barbaadduu hawaasa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Jilli mootummaa Ityoophiyaa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu Foramii Belt and Road Initiative Chaayinatti geggeeffamaa jiru irratti hirmaataa jira
Sirna baniinsaa kana irratti Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad haasaya godheen, “daandiin baaburaa Finfinnee hanga Jibuutitti diriirfame, gumaachi inni daldala…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hogganaan Kooriyaa Kaabaa gara Raashiyaa imaluun prezdaant Viladmiir Putiin waliin mari’ate
Hoggantoonni lamaan Khmiisa har’aa magaalaa Vladivostok jedhamtu keessatti mariiin geggeessan dhimma Niwkilarii Kooriyaa kaabaa irratti kan xiyyeeffate tahuu odeeyfannoon ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa miidiyaaf ibsa kenne
Koreen kun ibsa guyyaa hardhaa gaazexeessotaa kenne irratti, hojii haga hardhaa hojjataa ture xumuruun ebla 23/2011 Hoteela Sharaatanitti konfiransiin walii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalota Oromiyaa heddu keessatti umanni qondaaltota ODP balaaleffatuun mormii geggeesse
Qondaaltonni ODP dhiheenya kana muudaman marii Wallaggaa fi Ambo keessatti geggeessan irratti, yakka dur ummata Oromoo irratti raawwatame haaluu fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa, tarkaanfii hawaasni Muslimaa godina Harargee Bahaa Majliisa seeraan alaa irratti fudhate hordofuun xalayaa akeekkachiisaa barreese
Hawaasni muslimaa waltajjiiwwan gara garaa irratti Mummicha ministeraa irraa hanga qondaaltota sadarkaa gadii jiraniif, hoggantoota isaa filatuu akka danda’u deeggarsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Simannaa Jila Ulamaa’ota Biyya Alaa irraa dhufanii Magaalaa Adaamaatti geggeeffame
Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa Sheikh Bashiir Usmaaniin durfamu biyyoota gara garaa irraa walitti dhufuun dhiheenya gara biyyaa dhufuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Naqmteetti haala ho’aa taheen geggeeffamaa jira
Kaayyoon konfiransii kanaa Yunivarsiitii Islaamaa Wallaggaa ijaaramaa jiruuf galii walitti qabuu yoo tahu, ulamaa’onni fi ustaazonni akkasumasa hawaasni muslimaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Markazni Furqaan Barattoota 130 Hifzii Qur’anaatiin Eebbisiise
Markazni Furqaan Godina Arsii Aanaa Dodolaa ganda Tulluu Alaawansootti kan argamu yoo tahu, yeroo dheeraaf waggaa waggaan barattoota isaa eebbisiisaa…
Guutuu Dubbisi »










