-
Awrooppaa

Magaalota Faransaay keessatti poolisii fi mormitoonni walitti bu’uun gabaafame
Lammiileen Faransaay kumaatamaan lakkaahaman mootummaan gibira boba’aa irra kaahe akka haquu fi qaalaya jireenyaa biyyattii keessatti hammaataa dhufeef deeggarsa diinagdee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaantiin Jibuutii Ismaa’il Umar Gilee fi Prezdaantiin Suudaan Umar Hasan Al-Bashiir Jimma Seenan
Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo Oromiyaa ganama har’aa buufata Xiyyaara Abbaa Jifaaritti argamuun, hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Korri Walii Galaa UN, Wixinee Hamaas balaaleffatu kan Ameerikaan qophaahe kuffise
Ameerikaan “dhaabni Hamaas Gazzaa irraa haleellaan rokkeetii Israa’el irratti raawwataa jiru, yakka shororkeesummaa waan taheef Korri walii gala UN akka…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiileen Siyaasaa Oromoo hala yeroo irratti marii geggeessaan
Marii mata duree “Tokkummaan Ce’umsa gara Sirna Dimookraasii”jedhuun guyyaa har’aa galma giddu gala Aadaa Oromootti geggeeffame irratti, Paartiileen siyaasaa Oromoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Chaansilarii Ostriyaa waliin mari’ate
Chaansilariin Ostiriyaa Sabastiyaan Kurzi daaw’annaa hujiitiif ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, har’a waaree boodaa mummicha ministeeraa waliin mari’atee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Yamanii fi Gareen Huusii Siwiidin Keessatti marii jalqaban
Mariin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiin qophaayee guyyaa har’aa jalqabame kun, Siwiidin magaalaa Rimbo tan Stockholm irraa kilomeetra 50 fagaattee argamtu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Malik Salmaan Amiira Qaxar wal gahii gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa irratti akka argamu affeere
Wal gahiin gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa (GCC) bara kanaa December 9, 2018 Sa’uudii magaalaa Riyaad keessatti kan geggeefamu yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Gimbiitti Du’aatota 250 tahaniif leenjiin diinii kennamaa jira
Godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbii masjiidal-Fathi keessatti, du’aatota 250 tahan kannen godinaalee Bunoo Baddallee,Wallaggaa Lixaa,Wallaggaa Bahaa fi Qeellam Wallaggaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lammiileen Ityoophiyaa 408 Yaman irraa gara biyyatti kan deebifaman tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa akka jedhetti, lamiileen Ityoophiyaa kunniin karaa seeraan alaatiin gara Sa’uudii imalaa osoo jiran Yaman keessatti qabamanii hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalota Godinaalee naannoo Oromiyaa gara garaa keessatti hiriirri mormii geggeeffame
Magaalota Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti kaleessa irraa kaase hiriirri geggeeffamaa jiru guyyaa har’aatis cimee itti fufeera. Hiriira kana irratti jiraattonni…
Guutuu Dubbisi »










