-
Odeeyfannoo

Maallaqni Seeraan alaa kuntaala 16 too’annaa jala oolfamuun gabaafame.
Maallaqni kun too’annaa jala kan oolfame godina Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo keessatti yoo tahu, maallaqni birrii miliyoona saddeettama tahu kuntaala…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Abdurrahiim Ahmad Dooyyoo Islamic University of Minnesota irraa Digrii lammaffaatiin eebbifaman
Ameerikaa kaabaa kutaa Minnesota keessatti Imaamaa fi Khaaxiba Masjiida Tawhiid kan tahan Sheikh Abdurrahiim Dooyyoo, Yuunivarsiitii “Islamic University of Minnesota”jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Paarlaamaan Somaaliyaa Prezdaantii biyyattii taayitaa irraa kaasuuf gaafii dhihaate kuffise
Alhada kaleessaa miseensonni paarlaamaa biyyattii 92 tahan, “Prezdaant Muhammad Abdullaahi Farmaajoo heera Somaaliyaa cabsuun Iccitiidhaan Iyoophiyaa fi Eertiraa waliin waliigaltee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majliisni magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman caalbaasiin gurguruuf akka tahe gabaafame
Hawaasni Muslimaa kanaan dura, galii dukkaanota masjiida Anwaar irraa argamu bulchiinsi masjiidaa fi qaamni dhimmi ilaallatu akka ifa godhuuf gaafataa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiidni Imaamu Muzammil guyyaa kudhan keessatti akka diigamu ajajni dabre
Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti waajjiiri misooma lafa magaalaa kutaa Lidataa, masjiidaa fi madrasaan Imaamu Muzammil kan naannawa Takla Haymaanotitti argamu, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa Sa’uudii keessa turan jidduu 450 har’a gara biyyaa galan
Mootummaan Sa’uudii lammiilee Ityoophiyaa yakkoota gara garaa raawwachuun manneen hidhaa biyyattii keessa jiran jidduu 2400 dhiifamaan gad lakkisuudhaaf waadaa galee…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Balaa Xiyyaaraa Suudaan keessatti muudateen yoo xiqqaate namoonni torba du’an
Balaa Xiyyaaraa Alhada har’aa baha Suudaan kutaa Gadaariif daangaa Ityoophiyaa irratti muudate kanaan, Bulchaa Naannoo Gadaariif Mirghaani Saalih dabalatee namoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Biyyootni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa Riyaad keessatti walgahii jalqaban
Hoggantoonni biyyoota Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa (GCC) wal gahii isaanii kan waggaa Alhada har’aa magaalaa Riyaad keessatti kan geggeessaa jiran…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya biyyoolessaa duraanii lama to’aannaa jala oolan
Abbaan Alangaa Federaalaa ibsa baaseen, hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya Biyyoolessaa duraanii guyyaa hardhaa too’annaa jala oolan lamaan Obbo…
Guutuu Dubbisi »










