-
Afrikaa

Balaa Xayyaaraa Suudaan Kibbaa keessatti muudateen lubbuun nama 19 dabre
Xiyyaarri imaltoota 22 fe’atee magaalaa guddoo biyyattii Jubaa irraa gara Yirol imalaa ture qubachuuf yeroo yaalutti laga keessatti kufe. Ministeerri…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti Bu’iinsa Magaalaa Mooyyaalee keessatti ka’een namni 2 ajjeefame.
Sabtii har’aa Asrii booda naannaawa sa’aa 11:00 magaalaa Mooyyalee ganda 02 kan Boolee jedhamuun beekamu keessatti walitti bu’iinsa uumameen, dhalattoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonnii fi Waraanni Adda Bilisummaa Oromoo Fulbaana 5 gara biyyaatti kan galan tahuun gabaafame.
Koreen simannaa Addichaa ibsa har’a kenneen akka jedhetti, hogganaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO-Shanee) Obbo Daawud Ibsaa fi hooggantoonni Ol’aanoon, akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni Majliisa Naannoo Somaalee aangoo lakkisaan
Guyyaa har’aa magaalaa Jigjigaatti Prezdaantiin naannichaa Obbo Musxafaa Muhammad Umar hoggantoota majliisaa, Ulamaa’otaa fi daa’iiwwan waliin dhimma majliisa naannichaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan, Mootummaan Suuriyaa Idliib keessatti haleellaa yoo kan raawwatu tahe, harka marattee kan hin ilaalle tahuu beeksiste
Mariin hoggantootni Turkiyaa, Iiraan fi Ruusiyaa dhimma Suuriyaa irratti Tehraan keessatti geggeessan walii galtee malee xumurame. Kanuma hordofuun Prezdant Erdogaan…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Manni murtii Masri namoota 75 irratti adabbii du’aa murteesse
Namoota Sabtii har’aa murtiin du’aa irratti murtaaye jidduu hoggantoonni paartii Ikhwaanal Muslimiin, Gaazexeessitootaa fi aktiivistoonni keessatti argaman. Namootni kunniin fincila…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hoggantoonni Turkiyaa, Iiraan fi Ruusiyaa Tehraan keessatti dhimma Suuriyaa irratti marii jalqaban
Hoggantoonni biyyoota sadeenii har’a magaalaa guddoo Iiraan, Tehraan keessatti marii kan jalqaban yoo tahu, Prezdaantiin Iiraan Hasan Ruhaanii akka jedhetti,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli Da’awaa Sheikh Muhammad Raabiin durfamu gara godina Booranaa imale
Jilli Da’awaa kun Daa’iiwwan magaalota Roobee fi Shaashamannee irraa walitti dhufan kan hammate yoo tahu, ganama har’a Godina Baalee irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa Naannoo Benshaangulitti ka’een dhalattoonni Oromoo 17 ol ajjeefaman
Naannoo Benshaangul iddoowwan DaalattIi, Odaa Goodarree, Qooncoo fi Sirbaa jedhamanitti walitti bu’iinsa saboota Bartaa fi Oromoo jiddutti ka’een, yoo diqqaate …
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paaraaguwaay Imbaasii isii Alquds-Jerusalem irraa gara Tel Aviivitti deebiste
Ameerikaan Imbaasii isii Tel Aviiv irraa gara Alqudsitti jijiiruu hordofuun, Paaraaguwaayis Ji’a lama dura Imbaasii Isii gara Alquds-Jerusalem jijjiirtee turte.…
Guutuu Dubbisi »










