-
Odeeyfannoo

Paartiin KFO Magaaloota adda addaa keessatti waajjira banaa jiraatuun beekame
Paartiin Kongrasii Federaalistii Oromoo (KFO) Magaaloota Godinaalee Oromiyaa keessatti waajjira banaa jira. Paartichi guyyaa har’aa godina Wallaggaa bahaa Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Harargee Bahaa Aanaa Cinaqsanii fi Magaalaa Harar keessatti lolli geggeefamaa jira
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksan keessatti ganama har’aa aradalee heddu weeraruun hawaasa nagayaa irratti dhukaasa banteen,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mannii Marii Nageenyaa Namoota Seeraan Ala baqattoota imalchiisan irra uggura kaaye
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Manni Marii Nageenyaa namoota Seeraan ala baqattoota Liibiyaa keessatti ukkamsuun gurguratan, uggurri sadarkaa addunyaa akka irraa kaayamu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbanni Jaamiyatal Bir lammiilee Oromoo Qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe.
Dhaabbanni gargarsaa kun Miseensa koree fala barbaadduu Hawaasa muslimaa kan tahan Sheik Sulxaan Haaj Amaaniin kan hoogganamu yoo tahu, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jeneraal Sa’ara Mokonnin Hoogganaa Olaanaa Humna Waraanaa tahuun muudame
Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimad, Hogganaa Olaanaa Humna Waraanaa Biyyoolessaa kan ture Jeneraal Saamoraa Yuunis kaasuun, Jeneraal Sa’ara Mokonnin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dooniin Galaana Diimaa irraan gara Yaman imalaa turte dhidhimuun baqattoonni lammiilee Itophiyaa 46 du’an
Baqattootnni Doonii qarqara Yamanitti garagalte keessa turan hundinuu lammiilee Itoophiyaa akka tahanii fi, achi buteen namoota 16 kan dhabame tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Arjeentinaan Tapha Kubbaa Miilaa Al-Quds keessatti Isra’eel waliin taphachuuf karoorfatte haqxe
Waldorgommii Geeba Addunyaa 21ffaa Raashiyaa keessatti geggeefamuuf qophaayuudhaaf, gareen Kubbaa Miilaa Arjeentinaa garee biyyoolessa Isra’eel waliin taphachuuf Sabtii dhufuuf karoorfatee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Itoophiyaan waldhabdee daangaa Eertiraa waliin qabdu ilaalchisee waliigaltee “Aljeers”haal duree tokko malee kan fudhattu tahuu beeksifte
Koreen hujii raawwachiiftuu ADWUI walgahii idilee guyyaa har’aa geggeesseen murtiiwwan dabarse jidduu, waldhabdee Itoophiyaa fi Eertiraa jidduu waggoota diigdamaa oliif…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree bakka bu’oota ummataa murtee manni Maree ministeerotaa labsiin yeroo muuddamaa akka kaafamu dhiyeessee raggaasise.
Sabtii darbe manni maree ministeerotaa labsiin yeroo muddamaa akka kaafamu murteessuun ni yaadatama, kanuma irratti hundaa’uun manni Maree bakka bu’oota…
Guutuu Dubbisi »










